A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Guyyaa lamaan kana keessatti namni coronavarirus du’an kutaa Iowa kessatti ol gudachuu isaa himan

Guyyaa lamaan kana keessatti namni coronavarirus du’an kutaa Iowa kessatti ol gudachuu isaa himan. har’a ganamma  Governor Kim Reynolds akka jetteti nama 14 sababa coronavirus du’uu himte. Kunis hanga dhukubni kun jalqaberra guyya tokkoon namni kuun martti du’uun baayeedha. Kalee ille akka kutaan gabaaseti namni baay’e du’uun hime.

kutaa Iowa keesati namni coronavirus haarawa qabame 302 yoo ta’u waliigalti name 7,100 gahee jira.

Governor Kim akka jetteti bor irraa jalqabe dalagaa  adda addaa jalqabnuule virusichi nurraa hin deemu ittuma fufaa demaa jette.

Magaal Sioux city naanawa metro jedhemutu dhukuba Kanaan namni qabame 1,600 gahaniiru.

Guyyaa wiyxata Test Iowa magaala Woodbury county nibanama, itti gaafataman Iowa Tech community college irratti campii akka dhaabate himan.

Akka warri Sioux City gabaaseti qoranaan torbaan dhuftu jalqaba, kunis Holy Spirit retirement home keessa eega namni 2 coronavirus qabamu beekame booda.

Kaampanin Tyson kaan Dakota City guyyaa jimaata iraa hang wiyxata dalaga akka yeroo dhaaf dhaabu hime. Companichi akka qulqulina irra jira hime.

Dalaydooni 4,300 achi dalagaan hundaafu ni kafalamaafi.

Tyson akka jedheti Nebraska national guard akka qoronno corovirus ummata qarqaara jiru hime.

Sababa coronavirus namni unemployment guutu kuutaa Iowa keessati baaye dabalatumaa demaa jara.

Turban tartee nama 2,900 employment guutate kunis torbaan tarte malee taan tarrudha, waliigalati namni unemployment gutate nama 170,000 gahee jira.

Benefit torbaan tarte kutaa Iowa keessatti namaa keename million 50 ol ta’u gabaasan.

Galatooma

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content