A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Akka Kutaan Iowa gabaaseti guyya har’a sababa coronavirus dhaan duuti baay’e gudaachuu isaa himan

Akka Kutaan Iowa gabaaseti guyya har’a sababa coronavirus dhaan duuti baay’e gudaachuu isaa himan. Kanaafu Governor Kim Reynolds ajaja haara akka baasuu heddu himte.

Akka jetetti Wiyxata irra jalqabe ummata serjeriif filattame fi suqidhaan qoteebultotaa akka dalaagan hayamte. Akkasumas guyyaa saan yoom akka state nii dalagatii akka debi’uu himti.

Magaala Woodbury county keessati guyyaa jimata dhukubni kun baay’e ol gudachu himame. Innis percenti 80 olgudate, namni haarawni coronavirus qabame 129 yoo ta’u waliigalati 287 gahaniru. Magaala Dakota County keessa coronavirus namni qabame Woodbury county akka taru himame, innis nama 295 gaheera.

Itti gaafataman fayyaa magaala akka jedheti sababa qorannoo baay’e godhama jiruf namni coronavirus qabame dabala jiraachu hime.

Gov. Kristi Noem akka jetteti ummani magaala Minnehaha fi Lincoln County yoo dhukuba kana kan sodaatani ta’e turban lamaaf dabalaan akka ummani manaa ta’uu ajaja bastee.

Ajajni kunis magaala lamaanu kan ilaalatu namoota umrin isaani waggaa 65 oliifi ka dhukuba adda adda kan biraa qaban qofaadha.

Magaala Sioux Falls keessatti kampani Smithfield Foods keessatti namni coronavirus qabaman hojattoota 2,000 olta’uun isaani himame.

Itti gaafataman kutaa Nebraska Governor Pete Ricketts akka jedhetti kampanidhan fooni tokichayu akka cufuu hin henne hime, keessatuu kampani Dakota City keessatti argamu, erguma umanii achii dalagu coronavirus qabameen boodalle.

Ricketts akka jedheti kampanidhan kanniin yoo kan cufuu hir’ini nyaata fooni akka state keessatti umamu fi umanii rahaa hin argane ykn walitti bu’uu jedhe hime

Galatooma

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content