A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Itti gaafataman Sioux City warra kampanidhanii nama coronavirus qabame iftoominan aka himan ergaa

Itti gaafataman Sioux City warra kampanidhanii nama coronavirus qabame iftoominan aka himan ergaa gaafatan booda kampanin Tyson kan magaala Dakota keessatti argamu hojattooni isaa Coronavirus qabaman hagam akka ta’an himu dide. 

Akka Tyson jedheti hojattoota isaa eguuf ejannoo guddaa akka fudhate hime.

Magaala Dakota country keessati namni haarawa Coronavirus qabame 21 yoo ta’u, waliigalatti nama 629. Magaala Woodbury county keessarti ammoo nama 700 ol gahaniiru. 

President Donald Trump sababa Coronavirus irraa kan ka’e hir’iini nyaata fooni akka hin ummamne ajaja haarawa akka baasu jiru hime 

Haa ta’u male itti gaafataman United food fi Commercial Workers Union akka jedhetti Tyson fi kampanidhan nyaata fooni akka hatatamaan eeganno guddaa godhan, akkasumas meshaa nyaatatti fi dalaydoota isaani eeganno guddaa fudhachu irratti akka ejjaano fudhatan himan. 

Iowa fi Nebraska kessatti warri kampani bilbile ummatan dalagatti debi’a jedhani yoo ummani kan didan taate employment jaraa hin argatan jedhani namoota sodachisutti jiru. 

Jum’aa kana irraa jalqabe kutaan Iowa magaala 99 keessa magaalan 77 akka businesse akka banamu himame. Magaala Nebraska kesaatti wiyxata irraa jalqabe bakka gariiti dalagaan akka banamu himame.

Osoo kutaan Iowa dhukubaa Coronavirus qabaminsan tokkoofa taa’a jirtuu akka umanni dalaga deebi’u ajajaa jiru. Guyyaa kipxata akka gabaasameti namni 9 haarawa du’uu fi namni 600 haarawa coronavirus qabamu himan. Harki 20% namni haarawni qabame magaala Woodbury county keessa ta’unis himame.

 

Galatooma

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content