A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaaseti seaati 24 keessati namni haarawa sababa Covid-19 due 13

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaaseti seaati 24 keessati namni haarawa sababa Covid-19 due 13 yoo tau kan haarawa qabame ammo 800 dha.

Barattooni baaye fi hojattooni University South Dakota kan Vermillion coronavirus dhaan qabamu himame. Namni 61 kan qabame yoo tau namni 331 yeroof qopha adda baafamani taau jirani. akka state ti Universitii 5 keessa namnii 100 akka qabame himan.

Barattooni Dormii University 9 coronavirus kan qabaman yoo tau jarris bakka addaa cumpus keessati kaahamiiru.

Akkaata oduu Sioux land KMEG-FOX 44 tti universitiin barattoota torbaan jalqaba dhufaniif test-Iowa campus keessati qopheesaniiru.

Secretariin Iowa tan repuplikaa akka ajaja kenitetti magaaloni booksi dhaabu hin danda’aan akka xalayaan filannoo barakanaa akka hin ergamnee goosisuf jecha. Kuni erga barana ummani Iowa walmormuu turan jirattooni Iowa filannoo kana erga karaxalayaatin filachuuf murteesani. Secretariin Iowa kan state kaluu kanatti akka himtetti barreesa kaawontiitin wayta ummata shaakalsiistu akka seera Iowa jalatti dhoogame filannoodhaf waraqadhaan ergamuu hin danda’amu jette himtee jirti.

Edanaa ijjii ummata adunyaa guutu governor south Dakota Kristi Noem daawatu wayta isiin haasawa warra repaplikaana akka bulchaan USA irra deebie filatamuuf.

Governor term awwalaa bisnasa yoomu hin cufnee namni haguugi fuula akka godhatullee hin goone fi summer kana keessati walgahii ummata baaye yeroo lamaaf waame ture.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content