A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Namni magaala Plymouth keessati Covid-19 qabamuu dabalaa akkuma itti fufe jira

Namni magaala Plymouth keessati Covid-19 qabamuu dabalaa akkuma itti fufe jira. Website corona virus kan state Iowa bultii 14 keessati namni harka 21% akka qabame mullisa.

Dhukubni kunii hagaa harka 15% yoo tare barumsi online dhaan akka baratamu kan taasisuudha.

Sababa dabalatuu isaatin, manni barumsa 3 kan Plymouth county guyyaa banamu duubatti siise jira.

Governor Nebraska Pete Ricketts ijoole mana barumsaati deebi’un barbaachisa dha jedhe. akka innii jedhatti mana barumsaati deebi’uun fayyaa sammuutif, jireenya hawaasumaati fi nyaata walmadaala nyaachun kan fayyaduudha jedhe.

Commissioner barumsaa kan Nebraska sababa dhukkuba kanaatif barattootaa fi barsiisotaf haala akka jijjiiramu qabu hime.

Woodbury County keessati namni haarawa qabame nama 75 yoo ta’u waliigalatti hanga jumaati namni qabame 3,959 gaheera. Waliigalatti namni duemmoo 54 irra jira.

Ogeessi fayyaa Dakota County akka gabaaseti namni haarawa Covid-19 qabame 9 yoo ta’u waliigalatti namni qabame ammo 1,944 gaheera kan du’emmoo 42 dha.

Projectiin Chris Larson Park Riverfront Development kutaa Iowa irraa akka gargaarsa argate himan.

Boordin Iowa projektiidhaaf $400,000 sochii hawaasaati fi turistiidhaf gumacha kenne. Haaata’u malee, qarqaarsa argachuudhaf projektichii dolaara dabalataa 16,000 argachuu qaba.

Fuuli projectii tokkofaan June jalqaba akkasumas public park haarawa kan site Argosy Casino irra jiruu dabalatee. akkasumas mana parki keessa, bakka kubbaa harka itti tabatan lama, parkii saree fi kan biraas dabalatee.

Guyyaa kamsaa parkii fi Deparmantin Rec. maqaa haarawa baasan nuuf himmu kan court Riverside Aquatic jala jirutti.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content