Iowa keessati guyyaa har’aa namni haarawa Covid-19 qabame 800 akka tae gabaasan, manna baruumsa qaaman akka banamu mootumma akkuma dhiiba deemuti dhukkubnis baayata deemu jira.
Deparmantiin mana fayyaa Iowa guyyaa jimaata nama qabame dabalatee waliiglati Iowa keessati namni qabame 54,600 ta’uu himan.
Namni haarawa du’e 5 dabalatee, waliigalatti state keessati namni due 1,017 dha.
Aanadhan mana barumsaa banamuuf gaafachiise osoo barattooni kutaa jirtuu union barsiisota state taafi mana barumsaa Iowa City kakaase akka himannaan Gov. kim fi duraa bu’aa iti gaafatama barumsaa Iowa irrati.
Himannaan mana murtii wanni gaafatu akka barattooni mana barumsaati hin deebinedha, guyyaan murtiiti dhihaatan September 3rd irrati.
Manni barumsaa Sioux City guyyaa kibxataa irra barumsaa makaa fi harka 30% online dhaan barsiisu nijalqaba.
Ogeesi mana fayyaa Siouxland akka data deparmantii mana fayyaa Iowa irra argateti mullisuti nama virus Kanaan qabamu Woodbury County keessati turban daabalata kan biraa bayee keesatis akka mulataa deemu himan. Grauu, kuni jechuunis waan gaari miti. Torbaan lama darban keessa namni qabame harka 8% dha. Dhukkibicha yaadachudhaaf, ogeessi fayyaa akka jedhetti harka 2% fi sanii gad ta’uu qaba. Akka inni jedhetti haguugi fuula ufachuun dhukibicha hirrisuuf murtaahadha.
Akkasumas, Governor Iowa Kim Reynolds labsii yerroo muddamaa guyaa 30 akka itti dabaltee himte. Bakka bisnasaa, mana dhugaati fi mana nyaata keessati hojattooni tajaajilamtootaf walirraa fageenya isaani akka eysisaniiifi.