A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Dameen mana fayyaa Iowa se’ati 24 darbe kana keessa sababa Covid-19 namni 6 du’uu gabaase

Dameen mana fayyaa Iowa se’ati 24 darbe kana keessa sababa Covid-19 namni 6 du’uu gabaase, namni haarawa qabame ammo 600 dha. Woodbury County keessati namni haarawa qabame 14 yoo ta’u waliigalatti namni qabame 3,700 dha.

Manni fayyaa Sioux land akka jedhetti babalinna coronavirus hir’uusuf yoo taate guyyaa guyyaa irraa uf eegunan bareeda akka ta’e hima.

Ogeessi fayyaa Kanaan milkaahufis haguuga fuula alatti godhachuu qabna. kan biraas, mana taa’i yoo kan namni waliin galtan dhukkubsate, walirraa fageenya, dhiqachuu fi yeroo maraa harka keenna qulqulleesu.

Ogeessi fayyaa Woodbury County akka jedhetti datan haarawni kan mullisu nama 1300 August 2nd qorataman keessa namni 81 akka qabaman hime. Virus qabamuu kan shakamu, percenti lama yookin sanii gadi, akka gabaasa manna fayyaa Siouxlandti. akkasumas, mataa keessatti qabadhu, bu’aa qoronnaa kannaa nama yaali baqaqsani yaalu fi adeemsa yaali tooko tokkos nidabalata.

kutaan Iowa yeroo dhukkuba kana keessati barumsa online barachuu akka fooyyese gabaase.

Qarqaarsi federaala kan corona virus dolaara million 19 kanra mana barumsa 327 fi mana barumsaa dhuunfaadha f qaarqaarsa interneetaf ergame. College dhunfa fi kan mootuma doolara million 7 kan fudhatan ta’a.

Anaan baruumsa hunduu keessati haala baayinna namaatifi hir’inni interneeni jiruun lalame kan ergamu ta’u.

Ayyaanni sales taxes waggaa Iowa keessati jalqabu jiru.guyyaa harraa fi bor keessati nama $100 gad waabite irra tax hin jiru. Kunis suuqi online dabalate.

Seerri ayyaana tax kun kan gad dhiifame Iawa keessati waggaa dheeran dura.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content