A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Governor Iowa kim Reynolds akka jetetti manneen barumsa harkii 50 yoo barumsa qamaan barachuu akka

Governor Iowa kim Reynolds akka jetetti manneen barumsa harkii 50 yoo barumsa qamaan barachuu akka banamu itti kennami laafisan ta’e, waggaa kana dhuma irrati akka himan akkaa baruumsa irra hafaan saan irra deebi’ani guutan jette.

Reynolds mani barumsa seera cabsu jira jette.

Seerra himtooni walgahii warra state waliin godhan irratti dubatanitti manni barumsaa jalqaba irrati barumsa karaa irrati karaa online barattan godhuu hin dandayu hanga bulchaan state hayyama labsii kenutti.

Governor Kim Reynolds akka jetteti dhuunfaadhan maatin barumsa kara online baratan filachuu nidanda’u, garuu hin hayyamamu ana guutuuti hin hayyamamu haga hayyama warra dame barumsaa irraa argatanitti.

Namni 7 haarawni sababa Covid-19 Iowa keessati du’uu gabaasan, waliigalatti namni haarawa qabame ammo 181 dha, akkaata gabaasa deparmaanti fayyaati.

Waliigalatti nama 886 due keessa namni qixxeen nama umrii 80 fi sanii oliiti, akkasumas long-term care facilities keessa kan jiranidha.

Seeraan fayyaa akaa himanitti Woodbury county keessati namni 9 harawa Covid-19 qabamuu himan, waliigalatti namni qabame 3,656 dha. Website coronavirus kan state akka mullisuti namni Woodbury County keessati namni du’e 51 aka due gabaase. Ogeessi manna fayyaa Siouxland  akka jedhetti nama waliiga akka borgabaasan himan.

Dameen Manna fayyaa Dakota County akka gabaasetti namni 3 haarawa har’a qabamuu himan. kunis waliigalatti namni qabame kara 1,878 olguddate jira. Nebraska keessatti namni waliigalatti qabame 27,000 yoo tau waliigalatti kan du’emmoo 332 dha.

Warri seera Naanawwa Waterloo-keessati bakka dalaga Tyson irra deebi’ani qulqullina baaka dalagaa isaani deebi’ani laaluf hayyama gaafataa jirani.

Hojattooni kumaa ol Waterloo Tyson plant keessa kan hojjatan coronavirus qabamu himan akkasumas dua muraasas argame jira. Akaa qorataan kutaa himetii shakii tokko malee wantii warii seera qulqullina cabsaan waa balesaan hinjiruu jedhee hime.

Itti gaafatamtuun seera ta democraati akka jetteti waan badaa jiru kana warra seera federaalati akka irra deebiani waan kana laalan ergite. Sababaan isaas yeroo baaye virusichi kun kaampani Tyson kana keessati babalinna akka ummata walgahaa jiru waan dhageetef.

Haata’u malee , jajjabeesite himuu jirti warri Tyson akka dalaydoota fayyaa bayinan mindeessan fi akka kaampanin qorannoo virus dalaydoota isaatif amma amma godhu.

Ajajaan seera Tyson gaafiwan warri Siouxland puplic media gaafatan deebisufi dide ,gaafi kan akka dalaydoota isaani hagam akka dhukuba kanan qabame fi hagam akka due, kunis kaanpaani Dakota City keessa fi Storm lake keessa jiru.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content