A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Magaala Woodbury County keessatti yeroo jalqabaatif nami 1 sababa coronavirus du’uu himame

Magaala Woodbury County keessatti yeroo jalqabaatif nami 1 sababa coronavirus du’uu himame.

Namni du’ee kuni nama umrii isaa 61 – 80 yoo ta’u innis hospitaala osoo hin sennin manatti du’uun isaa himame.

Guyyaa har’aa conference tti ogeeyan fayyaa noonno akaa jedhanatti, dhukubni kuun akka hin babal’aanef waan dandenu irratti hojatuu qabna. Akkasuman ummani akka mana taa’uu qaban keessaattu waytaa qilleensi oo’a tti jijjirama demuu kanaa.

Itti gaafatamaan manna fayyaa Sioux land namooni baay’e dhukubaa kaanan saaxilamuu isaani ibse.

Magaala Woodbury county keessati namni haarawa coronavirus qabame 18 yoo ta’u waliigalati nama 93 gahuun himame.

State guttu kessatti dhukubni kuun guyya tokkon bay’e ol ka’e namii 500 gahuu qabamu fi namni 4 du’uun himame. Kunis namichi Woodbury county keessatti du’e osoo hin dabalatin.

Guyya Kibxata Gov. Kim Reynolds akaa jetteti Qoranoo Iowa (Test Iowa) kan jedhamu akka Iowa keessatti babaal’atuu himte.

Programnii kunis  kan akka online, social media tti, namoni akka online senanii website lallaan gafatti testiowa.com. Kunis itti gafatamtotaa qarqaraa yoom umanii dalagatti akka dubi’an murtesaan.

Itti gaafataman mana fayyaa nanicha akka jedheti magaala Woodbury county keessatti yaalin kun dursee godhama akka turee hime.

State Iowa keessatti qoranna drive-through yerroo jalqabaaf kan keename ummata magaala Sioux City fii, garruu qoratamuuf waraqaa doctorii irra qabaachu qaban. Qorannoon kun sa’atii dheera kennama, kuniis guyyati nama 200 qoratamuu isaa himame.

Waajirri poolisa magaala Sioux City waa’e coronavirus irra oduu haarawa har’a gad dhiisan.

Kunnis poolisonii 9 coronavirus qabamu fi olaanaa poolisa Rex Mueller qabamu ibsa.

Polisooni gariin dalagaa jaraati deebi’ani jiru.

Wareen deebi’an kunis wajiraa isaani keessatti addaati kan dalagan yoo ta’u, namanis walitti hin dabalamanii.

Haasawan jaraa akka jedheti dhukuba coronavirus umani akka hin qabamnef poolisonni eeganno gudda godhaa jiraachu isaani himame.

Galatooma

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content