A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Maneen barumsa akka guyyaa har’aa Governor Kim Reynolds malatteesiteeti barumsa hunduu akka qaaman b

Oromo News 1/29/2021

Maneen barumsa akka guyyaa har’aa Governor Kim Reynolds malatteesiteeti barumsa hunduu akka qaaman baratamu qabuudha.

Warri seera mana baruumsa Aanaadhan akka nama hunda qaaman barsiisuf jalqaban hanga February 15th kenneefi jira.

Hawaasni mana barumsaa Sioux City akka gabaasanitti deparmantin mana barumsa Iowa barattootni marti akka mana barumsa deemani baratan murteesse jira. Seera kunis barattoota kamuu kan Iowa keessa jiraataniif kan oolu ta’a.

Governor Nebraska Pete Ricketts sababa Covid-19 hospitala galuu xiqqaacha waan dhufef seera haara fayyaa akka baasu hime. Kunis maneen nyaata fi gabaa irrati seeri kaahame ture kan bu’u ta’a,

Jiraatonni Nebraska talaali corona virus dhaaf kan malatteesu barbaadufi wayta yeroon isaan gahe beeku barbadan online irrati akka galmaahu dand’an hime. State Website biraa haarawa kan irrati galmaahan baase jira innis, vaccinate.ne.gov dha.

Manni fayyaa Siouxland yeroo talaali corona virus itti aannutti Tyson Event Center keessati clinic dhaabu jira akkasumas namni umrii 65 fi sanii ol taes kan achumati kennamu ta’a.

Kuni kanumaan osoo jiru, Deparmantiin mana fayya Iowa dhuma kana akka gabaasaniiti namni haarawa corona virus due 45 yoo tau, namni haarawa qabame ammo 900 ol akka ta’an gabaasani jiru.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content