Oromo News 1/28/2021
Guyyaa har’aa, deparmantin mana fayyaa Iowa akka gabaaseti Iowa keessati namni haarawni Covid-19 du’ee 32 namni haarawa qabame ammo 1,264 dha. State keessati waliigalatti namni 300,000 ol kan qabameedha. Qorannoo bultii 14 keessati namni qabame parsantin dhaan 10.2% dha.
Woodbury County keessati, namni haarawa qabame se’ati 24 keessati nama 22 yoo tau sababa Covid-19 namni 18 hospitaala jiran. Namni haarawa due hin jiru. Parsantiidhan wayta kaahamu namni qabame 8.5% dha.
Nebraska keessati namni sababa corona virus hospitaala galuu hir’achuun waan muldhateef Nebraskan seera corona virus kan kaastu ta’a. akkasuma namni muraasa talaali corona virus argatu ta’aalle.
Official fayyaa kan State torbaan kana keessati sireedhan hospitaala keessa kan nama corona virus qabame parsanti 10% gan yoo kanta’uu seeri corona virus state irraa kan ka’u akka ta’e himan. Akka guyyaa harbaati, parsanti 8% siren hospitaala dhukubsatoota corona virus kan qabaman yoo ta’u, namni sababa Kanaan hospital jiranis kara 343 gad xiqqaate jira.
Federal Judge akka jedheti U.S Army Corps kan Engineers sagaanta ofii jalaasararuun manii murtii Dakota Access pipeline akka waraqaa hayaama malee hindalagnee godhaan. Warii fallaa isanni ammo Pipeline sunnii akka hataattamatti cufaamu fedhani.
Warri komiteen mana kaa Iowa Civil Rights Act seraa harawaa tumsuuf dabalataan. Seerri ammati kan jiruu nama hin dhooga akka umrii namattiin, gosa, fi amantiidhan nama qoodu. Durabu’aan Repaplikaana Skyler Wheeler kan Orange City akka jedheti warri seeramurtoota adda baasu qabanii nama adda baasani laluun akka badaa fi dhooga te beeku qabani.
Keenan Crow, kan Lobby City Iowa tokkoof, gareedhan ummata qarqaaru kan akka Lesbian, Gay (Bukkicha), Bisexual, fi umaata qaama saala ufi jijjiiru Iowadhan, akka jedhanitti Civil Right mirga namaa hin eegani.