A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Magaala Woodbury County keessati sababa Covid-19 namni due 50 gahuu himame

Magaala Woodbury County keessati sababa Covid-19 namni due 50 gahuu himame, akkaata gabaasa mana fayyaa Sioux land irraa. manna fayyaa akka gabaaseti namni lamaan haarawa due takka dubartii umriin 41-60 jirtu yoo ta’u tokko ammo dhiira umriin 61-80 jiruudha.

Haata’u male, website state kan corona virus nama tokko dabale namni waliigalatti Woodbury County keessati du’e 51 ta’uu gabaase.

Woodbury County keessati namni haarawa qabame 8 yoo ta’u waliigalatti namni qabame 3,650 dha. Iowa keessati namni waliigalatti qabame 45,800 yoo ta’u waliigalatti kan du’emmoo 882 dha.

Government Nebraska Pete akka jedhetti schooli banamuuf ji’a kana keessa akka ijoole bu’a irraa argatuufi irraa gammadu abdii qaba waan sila soda Covid-19 fidee caala akksumas barattooni kara mana barumsaati fayyaa guutudhan deebi’u.

Recketts akka jedhetti mana barumsa banuun faayida guddaa qaba sababa barnoota, social, amala fi nyaata fayyaa kaniinif mana barumsa deebi’u qabani.

Ricketts fi Commissioner state barnoota akka jedheti mana barumsa state keessati argamufi manneen fayyaa waliin karoora baasani akka ijoole wayta barumsi baname nageenyi isaani eegamuf.

Aanaa baayen warraa manataa’ani online barachuu fedhani filannoon hin kennamaafi.

Kuni Kanaan osoo jiru, manni barumsa hawaasa Sioux City barumsa gannaa qaaman barsiisu jalqabanii jiru kutaadhan muraasaf, kutaa dhan kuniis kutaa tokkoffaa, lamaffaa , saddeetafa fi barattoota sedarka lamaffaa herrega tan barattu.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content