A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Magaalan Sioux City harbaa dhuftuu irraa jalqabamee bakke mara keesati haguugi fuula godhatamu godhu

Magaalan Sioux City harbaa dhuftuu irraa jalqabamee bakke mara keesati haguugi fuula godhatamu godhu hedan.

Torbaan kana, waajira abukaato Iowa kan walii  galaa akka ummani seera magaala ufiitif state jalaa deemu seera baasan. Garuu hanga silaa Governor Kim Reynolds state guuttun akka seera kana jalatti bulu  hin ajajne. akka har’a isiin jetteti bultii 30 maaf manneen fayyaa sababa COVID-19 emergency irraa akka kaahamu goote.

Kunis dalaaydotta magaala kan bakka tokko hojatanii kan walirraa fageenya eegu hin dandeenefis seera irra ni’oola.

Haguugi fuula barbaachisa akka ta’eefi ummani ufachuu qabus himan.

Kuni akkanaan osoo jiru, lakkoofsi nama Coronavirus qabame Iowa keessati 41,000 gaheera. Waliigalatti namni du’emmoo 820 gaheera. kunnis se’ati 24 keessati namni 5 du’uun oldabalee jira. Namni haarawa qabame nama 450 dha, Woodbury County keessati nama 14 qabe dabalate waliigalatti Woodbury County keessati namni du’e 47 dha.

Qilleensi hoo’an Sioux land irrati rakkoo uumu jira. Qilleensi  hoo’a hanga galgalaati itti fufaa, kan akka Northwest Iowa , Southeast, South Dakota, Dixon fi Dakota County kan Northeast Nebraska dabalate. Hoo’i kara harka sadihiiti olguddata. 

Warri qilleensa himuu akka waa dhugu guddistan himan, yoo kan danda’amuu bakka air-condition tura, adurraa fagaadha fi uf egumsa dabalataa fudha jedhaniiru.

Qonnaan bultooni state gogiinsu sababa oo’a irra kan ka’e kun western Iowa keessati oomisha miidhu jira jedhani.

Akka warra United states gogiinsa oorru eeguti, harki Iowa qixxee ol ‘haala baratamneen oorrun harka gogee’ fi harki 40% kan state Iowa guttu orron isaanni gogiinsa guddaa keesa jiru.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content