A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Gov. Kim Reynolds namni Covid-19 qabamuu fi hospitaala galu xiqqaata waan jiruuf seera tokko tokko a

Oromo News 12/16/2020

Gov. Kim Reynolds namni Covid-19 qabamuu fi hospitaala galu xiqqaata waan jiruuf seera tokko tokko akka hir’isuu heddu himte. Wanni fae taus namni qabame jia darban keess irraa kan guddatee dha.

Reynaldos akka jetteti guyyaa bor irraa jalqabee manneen nyaata seaati seera isaan qaraati deebia akkasumas namni walitti qabamullee lakkoofsan kan murtaahu miti.

Waliigalatti , mana barumsaa high schoola fi namni tabaaf laaluf walitti qabamu lakkofsi kan dabaluu yoo tau warra illee walittee dabalee.

Reynolds akka jetteti lakkoofsi ammas yoo kan dabaluu seera dabalataa isiinis akka dabaltu himte. 

Seerri haarawa ammas haguugi fuula kan uf keessa qabuudha. Hanga January 8 kan itti fuffuu ta’a.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa sababa Covid-19 seaati 24 keessati namni haarawa 14 kan duan niidha. Namni haarawa qabame ammo 2,000 dha. Nama 51 haarawa Wood bury County keessati qabame dabalatee.

Namni haarawa Covid-19 Dakota county keessati qabamu harka 4% gad xiqqaate jira. Guyyaa har’aa namni haarwa qabame 10 yoo tua waliigalati namni duemmoo 52 dha.

Hospitaali Sioux City lama keessati nmani Covid-19 qabame 60 yaalamu jiran. Parsantii 70% dhukkubicha adda isaani kan wal’aanu jirani.

Tyson foods akka jedhenitti kan booyye erga itti gaatamtoota gurguddoo 7 kaasun  qorannoo erga godhan booda hojattooni akka corona virus dhaaf qorannoo godhan himan. Company akka jedhetti bakka Waterloo, Iowa keessatti rakkoon garii akka jirus himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content