A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Talaalin Covid-19 kan jalqabaa State Siouxland sadii keessa seene jira.

Oromo New 12/14/20

Talaalin Covid-19 kan jalqabaa State Siouxland sadii keessa seene jira.
Manni fayyaa Siouxland akka jedheti Woodbury County guyyaa muraasa keessati talaali Pfizer(f-eye-zer) 2,000 ta’u hojattoota fayyaadhaf kan kenamu ta’a. Qorichi kan biraa daraja isati kan dhufufi pharmacy waliigala irrati qarqaarsi waliigala long-term care facilities kan rabsamudha.
Wayta talaalin haala moderna (muh-dern-uh) kan kenname hojattoota EMS Woodbury County 400 kan kennamuudha.
Dakota County talaali kan fudhachuuf hin karoorfamne. Garuu, hojattoota fayyaa fi warra long-term facilities hojattoota isaa ilaalcha guddaa kan argataniidha. Talaalin April keessa ummata bal’aaf kan kennamu ta’a.
Ogeessi fayyaa naanawa akka jedheti hanni talaali irrati godhamu seeran kan eegamuudha. Bilbila garee wannii dabalatee. Akka ogeessi jedhetti wayta talaalin siif kenamaa jedhanii credit card kee gafatuu, kanafuu kunii waraa hannaf godhuu. Talaalin kun awaala namaa midhamaa gudaa irra jiruf kenamaa, garuu doctoratuu murtesaa enuu akka kenamuuf.
Dura bu’aan mana fayyaa Siouxland akka jedheti seera corona virus kan kaahame sun dhukubichi akka hin baayanef baaye hojatte akka jiru himan. Guyyaa Wiyxata Wood bury County keeessati namni qabame 43 yoo tau akka dhukkubni jalqabee as walii galatti namni qabame 11,500 dha.  Namni waliigalatti due 145 yoo tau Dakota County keessati kan duemmoo 52dha. Namni hospitaala galee ammo torbaan darbe kana ka gad xiqqaatedha yoo tau nama 108 irraa kara 59  xiqqaate ammati namni guyyaa jirummoo 39 qofa kan Covid-19 dhukubsatanidha.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content