A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

State Iowa har ‘a se’aati booda namni haarawa coronavirus qabame nama 512 ta’uu qabaase

State Iowa har ‘a se’aati booda namni haarawa coronavirus qabame nama 512 ta’uu qabaase. Ogeessonni fayyaa namni 5 dabalataan du’uu gabaasan. Waliigalatti namni qabame 39,000 yoo ta’u; waliigalatti kadu’emmoo 800 gaheera. Polk County keessati namni qabame lakkoofsa guddaadha, namni qabame 8,000 ol dha fi Woodbury County baayina dhukubichaatin lamaffaara kan jirtu yoo ta’u namni waliigalatti qabame 3,472 dha.

Nebraska keessati namni haarawa qabame 264 yoo ta’u, namni duemmoo 12 dha. Waliigalatti magaala kana keessati namni qabame 22,847 dha.

Kaleessara, South Dakota keessati namni haarawa qabame 76 yoo ta’u namni duemmo hin jiru.

July 21, state keessati waliigalatti namni haarawa Covid-19 qabame 7,943 yoo tau ka duemmoo nama 118 dha.

Oggeesi fayyaa akka jedhetti nama Covid-19 ammati qabame kan jiru nama 820 yoo ta’u, namni 62 ammoo hospitala keessati yaala argattaa kan jiruudha.

Miseensi boardi Sioux City School akka jedhetti sababa coronavirus, wayta barumsi August 25th banamu mana barumsaa fi baasa keessatille akka haguugi fuula ufachuun seera irra oolu dirqama godhani. bordin mana barumsa maati barattoota barumsa manaa irra barattan akka mallateesan gaafatan, akkasumas percent20% ol malatteesani jiru. Haataumalee, Governor Kim Reynolds akka jum’aa tare himtetti warra mana barumsaatin hin haasawa akka barattooni guyyaa qixee isaani manabarumsaa keessati dabarsani.

Senator Grassley akka jedhetti mallaqani baankatti namaa naqamu 1,200 ammas deebie akka naqamu murti murteessa jira ummata ekonoomi Kanaan miidhame qarqaaruf jecha.

Hiriyyoota, warrootaa fi community namicha congarasii Berkley Bedell kan du’e torbaan kana keessa  kabajuudhas qophii qopheesani west lake Okobojiti keessati.

Bedell nama bisnisa turee congarasii keessa waggaa 12 turee jira. December keessa umrii 98ti due. Mucaan isaa Tom Bedell akka jedhetti qophiin yaadanno isaa torbaan tarte keessa karoorfame ture, garuu sababa coronavirus haqame fi hiriira markaba geggeesa bareeda godhamaafi.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content