A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Ogeessi fayyaa kan Dakota County sababa COVID-19 namni tokko dabalataan du’uu gabaasan, waliigalatti

Ogeessi fayyaa kan Dakota County sababa COVID-19 namni tokko dabalataan du’uu gabaasan, waliigalatti namni due 38 gaheera. Namni haarawa qabame ammo 4 yoo ta’u, namni waliigalatti qabame 1,800 gaheera. magaala Woodbury County keessati namni haarawa qabame 3 yoo ta’u namni haarawa du’e hin jiruu. waliigalatti namni du’e 44 yoo ta’u ,waliigalatti namni qabame ammoo 3,259 gaheera.

Governor Kim Reynolds dargaggoota jiraattota Iowa irratti coronavirus guddatee jira jedhan. Akka isiin jetteti baay’ee dhukubichaan miidhamu baatanis namni dhukubichaan midhamuu akka qabamu godhan jette.  

Kunis ergaa Reynolds irraa deebite Covid-19 percenti 80% himtee namoota umriin deeman fi dhukubaa biraa qaban akka manaa hin bane jette.

State keessati namni dhukubichaan qabamuu guddata waan dhufeef ufiifi namootas akka of eeggannoo fayyaa godhanwaamicha goote.

Reynolds namni baayinnan virus qabamuu shufeertota akka taa’an himte akkasumas murtii seera tokko tokko kaahun nimala jette.

Guyyaa Har’a Gov. Kim Reynold’s akka gabaastetti $50,000,000 seera federaalatin kan murtaahe karaa CARES Act Iowa mental health care akka hojiirra olchituu himte.

Federal government akka jedhetti bisnasoonni Iowa 6,000 liqii $150,000 fi isaa ol qophii paycheck protection akka fudhatan himan.

Sioux land public media akka laaletti PPP database fi found businesses magaala Sioux City liqii million $5 fi $10 argate. Thompson Electric Company nijira. Maallaqichi hoji dhabdoota 317 qarqaaraniin akka federal governmenti himetti.

Warri Nebraska dalagaa isaani kan dhaban irra deebi’anii dalaga soqachuu qabani benefit isaanille argachuu yoo fedhaan. akka durataa’an kutaa official akka karoora isaani himanitti Gov. Pete Ricketts july12 irraa dalgaa soqachuun akka jalqabamu ajajee jira. Pete qara akka jedhetti March 15 irraa sababa dhukuba corana virus ummata akka hojii dhabdummaa guutatan hayyame, akkasumas bisnasoota akka cufamu fi ummanii dalagaa irraa bahaan ajajee ture.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content