A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Manni fayyaa department akka jedhetti, Winnebago guyyaa Kamsaa namni 2 dabalataan sababa covid-19

Manni fayyaa department akka jedhetti,  Winnebago guyyaa Kamsaa namni 2 dabalataan sababa covid-19 du’uu isaani himan, waliigalati Winnebago reservation keessaa namni du’e 3 gahuu himan. Namni 60 kan qabame yoo ta’u namni 55 immoo fayyaniiru.

Magaala Sioux city naanawa metro namni 2 dabalatan du’uu himan. Tokko Dakota county keessayi fi tuun ammo umriin isii 61-80 yoo ta’u Woodbury County tti.

Akka conference har’a ganamaati, governor Kim Reynolds akaa jetteti state keessatti nama covid-19 fayyaa jiranirratti akka xiyyefataa jirtuu himte.

Akka isin himtetti fooyeen harawa ikoonomi dhaaf akka argama jiru dubatte.

Gareewan itti gaafatamtoota bisnasaa state afraan dangaa guutu akkasumas miseensota Sioux land chamber of Commerce dabalatee.

Namni hospital seenu sababa COVID-19 torbaan kana keessa gad xiqqaate jira. Garuu bakka state muraasa keesati kan akka Dickinson fi Buena Vista County kan northwest Iowa keesatti argamuu xuqa xuqaadhan ulguddata deemu jira. Reynolds akka jetteti qorannoon Iowa sites torbaan dhuftuu nibanama. Bakka Spirit Lake kan Dickinson county keessa jiruu dabalatee.

Itti gaafatamaan seera guyyaa har’aa kan dabarsee bulchiinsi Trump sagantaa dargagoota immigrant kan “Dreamer” jedhaame beekamu yaddaa qarraa basaan kana jala deemu hin hedani kan deportation dhaabuf qophayee. Gara 70,000 oltuu ijoole DACA jala jiruu, yookin Deffered Action ijoolen ijooluman dhufte sagantaa kana jala jiran.

Andrea Paret dalaydu Department of Justice bakka buutu Mary J Treglia Community House kan Sioux city, ummata immigraantitiif waraqaa qarqaarsa mirga ummata gooti. Akkasumas akka jeteti manni murti Supreme muurti kunii furmaata dhaabaata miti fi hayyaama ittuma fufaa kanna akka ummanni waraqa jaraa haromsifatan.

DACA “Dreamers” kan Iowa keessaa ijoolle 2500 ta’antuu jala jira.

Iowa Workforce Development namni hojuu dhabdummaa guutate turban tarte keesa kara 9,500 olgudattee jira. kunis kan torbaan tarteen kan walfakkaatu ta.a.

Hojii dhabdummaan baayen kan dhufu warshaa fi hojattoota hojii dhuunfa qaban irraayi.

Iowa keesatti lakkoofsi hojii dhabdummaa guutame gara 155,000 kenuuf dhogatamee jiraa. Kunis bayye gadxiqqaate May keessa nama 190,000 dhabee.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content