A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Manni fayyaa Sioux land namni tokko sababa coronavirus irra kan ka’e har’a du’uu gabasan

Manni fayyaa Sioux land namni tokko sababa coronavirus irra kan ka’e har’a du’uu gabasan. Innis nama umrii 61-80 yoo ta’u manumantti du’e. magaala Sioux city naanno metro keessati waligalati namni coronavirus du’e 7 gahee jira.

Harba ganama manni fayya Iowa Department namni walii galatti du’e Iowa keessatti nama 219 akka gahe gabaasan.

Iowa keessatti namni haarawni qabame 293 yoo ta’u waliigalati 10,400. Magaala Woodbury keessatti namni haarawa qabame baayedha. Magaala Dakota keessatti namni qabame sababa rakkina technicality hin beekamne.

Hospitaala Sioux city lama dhukubasatoota coronavirus akka itti tajaajilan baay’e akka rakkise himani.

Manni fayyaa unity point health umataa qaraa hakima jarra jiraan sababa covid-19 jechaa dhukubsatoota isanni kara hospitaala biratti dabarsu jirani.

akkasumaas, mercy one yeroo amma kana dhukubsatoota tajaajila kennuf turban 8 akka karoorfate hime. Hospiaalichi yerodhaf humna akka hin qabnee fi akka bakka biraa dabarsaa jiraachuf himan. Akkasumas hospitaalichi qarqaarsa meshaa alaa fi hojatota argachuu jira.

Oggeeyan fayyaa ykn doctorii lama qofaa nama coronavirus qabame 95 qarqaaru jiran.

Bulchiitun Iowa Governor Kim Reynolds guyaa har’a Washington dabarsite fi president Donald Trump wal arguu waay’ee state keessatti kampanin akka banamu mar’atan. Dalagaan kun turban tokko hanga bulti 10 keessatti jalqabamu arguu feeti.

Tyson kan Dakota city keessatti argamu erga bakka hunda qulqulleesani fi hojatoota isaale erga qorate booda guyyaa Kamsaa ganama akka banuu hime.

Gabaan qonan bultoota Sioux City guyyaa Harba akka baname himan.

Akka tilmaamanitti namni 300 ol ta’uttu dhufee, daddafiin waa bituun lixaan.

Gabaan qonan bultoota akka jedheti nagenyummaa umata eegudhafi wali irra fageenya fi wantoota harka ittin qulquleefatan gabaa maraa keessa kaahudhan egumsa gochu jiran. Dabalataani akka mask fuula akka godhatan gadi qabani gorsu.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content