A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Sababa Covid-19 namni 3 dabalataan Woodbury County keessati du’uu gabaasan

Sababa Covid-19 namni 3 dabalataan Woodbury County keessati du’uu gabaasan. Manni fayyaa Sioux land akka gabaaseti namootin duan kunis nama umrii 61-80 jidduu jiranii fi nama umriin deemedha. Woodbury County keessati hanga dhukkubni kun jalqabe irraa namni waliigalatti due 81 gaheera.

Akka gabaasa deparmantii mana fayyaa Iowa tti namni waliigalatti Corona virus Iowa keessati qabame 100,000 ol taree jira. harki qixxee ol fayyee jiras. Guyyaa har’aamo namni haarawa qabame 400 yoo tau waliigalatti namni duemmoo 1,472 gaheera.

Kun Kanaan osoo jiru, ogeesi fayyaa Dakota County nama haarawa qabame 54 fi namni waliigalatti duemmoo 44 akka gahe gabaase.

Nanmi Woodbury County keessati qabame parsanttidhan 15.3% gaheera. Wannii kamuu parsantii 15% yoo kan taru mana barumsaa kara online kan deebisuudha.

Guyyaa har’aa senate Theresa Greenfield democratic Candidate kan U.S haasawa filannoo Sioux land keessati godhanii jiru. Sioux City keessati bakka qonnaa Correctionville osoo hin gahin bakka lama dhaabatanii turan.

November 3rd republican Joni Ernst dhaan kan walmortuudha. Lachuu harbaa galgala fuula fuulatti kan walmorman ta’a. kunis mormii kaluu isa sadaffaati. Bakki filannoo kan Des Moises galmeee inni kenneef Greenfield kan keneeef parsanti sadiidha. Boota filannoo  biraamo waldorgomiin kun akka oldarbee mullisa.

Ernes koree seera tumtuu keessa tan dalaydu har’a Washington turtee, guyyaa awwalaatif haasawa kan gootu Supreme Court kan filatamte Amy Coney Barrett.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content