A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Manni fayyaa Sioux land akka gabaasetti sababa Covid-19 namni lama Woodbury County keessati akka due

Manni fayyaa Sioux land akka gabaasetti sababa Covid-19 namni lama Woodbury County keessati akka due gabaasan waliigalatti namni due 78.

Guyyaa har’a namni 14 dabalataan Iowa keessati kan due yoo tau namni 1,200 kan haarawa qabameedha.

Lakkoofsa nama Kan hospitala Iowa keessa jiranis guyyaa har’aa ol guddatee jira. Akka state guututi dhukubsattoota Covid-19 461 jira, nama 72 Woodbury jiru dabalatee. Kunis sadarkaa kale gabaafame dabalateeti.

Aanan mana barumsa Sioux City namni Covid-19 kan qabame akka xiqqaata jiru gabaasa bira himan.

Torbaan kana, barattootnni darzaanan lakkaahamnii fi hojattoota Covid-19 qabani jiru. Torbaan darbe, nama 26 qabame ture, torbaan san duraa ammo nama 32 qabame. Aanichi guyyaa jimaata hundaa kan gabaasu ta’a.

Bakki harawa itti qabaman gamoodhan saddeet keessayyi akka aanati. Kanniin keessa tokko mana barumsaa Leeds Elementary yeroo daddafaati barumsa kara online kan deebisaniidha.

Torbaan kana kara jalqabaati, miseensi board mana barumsa Sioux City Perla Alarcon-Flory, warraa dhukkuba kana wajjiin wayta waldhaanso godhan kana barattoota fi hojattooni kana sirreesudhaf yaalin isaan godhan baaye nagamachiisera jedhan. Alarcon-Flory barumsaa makaa kan filattan yoo tau akkasumas miseensi board Monique tis sanuma filata. Dubbiin tunis walgahii boardi itti aanu wiyxata galgala kan mari’atan ta’a.

Deparmantiin mana fayyaa Siouxland illee waan torbaan kana walitti qabame namni dhukuba Kanaan qabame akka gad deebie mullise akkasmas case haarawa Woodbury County keessa jiru waliin. Kunis torbaan October 4 tti kan sutuudha.

Haatau malee, deparmantiin fayyaa akka gabaasetti Woodbury County keessati guyyaa kaleesa namni 109 akka haarawa qabame mullisa.kunis lakkoofsa guddaa erga May namni 116 qabame booda kan mulateedha.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content