A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Magaala Sioux city naannawa metro sababa coronavirus namni 4 har’a du’uu himame, waliigalati name

Magaala Sioux city naannawa metro sababa coronavirus namni 4 har’a du’uu himame, waliigalati name du’e magalaa Woodbury fi Dakota County 30 gahee jira.

Manni fayyaa Iowa akka gabaaseti namni 18 dabalataan du’uufi waliigalati namni du’e Iowa keessatti 336 gahuu himan.

Kutaa Iowa keessati namni haarawa qabame 400 yoo ta’u, magaala Woodbury keessati nama 38 fi 15 ammoo Dakota County kessayi. Waliigalatti magaala lamaan kan keessatti name qabame 3,600 gahee jira.

Akkasumaas kutaa Iowa keessatti namni coronavirus qabame 14,000 gahee jira. Magaalan Woodbury county kana keesaa 15% kan ta’anidha.

Akka oduu conference har’a sa’ati booda himameti, directorin manni fayyaa Sioux land department Governor Kim dhan, business dabalaame banuumu issa magaala Woodbury county keessatti sababa coronavirus babal’achaa jiruuf akkamiti akka banamuu akka isan yaachise gaafate.

Tyler Brock akka jedheti amma yeroo namni dalagaa isaannitti debi’uu qabuu, osooma ji’a dhuftuu lamaan kana keessatti namni baay’e covid-19 akka bay’ee qabamu beekani.

Akkasumas itti gaafatamaan waajjira polisaa akka himeti, ammati manni hidhaa magaala Woodbury county keessa namni coronavirus qabame akka hin jirre hime.

Akka inni jedhetti warri mana seera ammatti nama mana hidhaa geesura namumarati katabuu mertesaan, sababni isaa dhukuba kanna dhesuu fi ammati mana hidhaa kessaa kan qabaan siree 234 yoo ta’u namni hidhaa jiruu ammo 150.

Namichi seaboard Triumph kan Sioux city keessa dalagu osoo hin du’in guyyaa tokko dura akka mucaa obboleesa isaa himetti, sababa dhukubni kun babal’atef kampanicha keessatti sababa ummani bakka tokkotti waliiti baayachuufi meshaa gahaa dhabuu irraa kan ka’e ta’u isaa itti hime.

Husen Jagir May 1 du’ee, kampanin seaboard Triumph food plant akka garitti seree basaan booda torbaan tokko ergaa bay’e dhukube booda du’u himan.

Kampanin kun kampani boyee irraa guddaa biyyaa tana kessaa jiruudha, akkasumas amas namani 59 kaa achi dalaguu torbaan kan keesa qabaman, sababa kanaarra kan ka’ee eeganno guddaa gochuu jiru.

Mucan obbeelesa Jagir akka jedhee oduu himatti dubatee, abeerran kiyaa akka kampanii isaani keesati virusi chií bay’ee babaal’atee osoo hin du’in natti hime

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content