A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Hawaasni mana barumsa Sioux City barattoota fi hojattooni mana barumsa Covid-19 qabamuu gabaasan

Hawaasni mana barumsa Sioux City barattoota fi hojattooni mana barumsa Covid-19 qabamuu gabaasan.

Barattoota 5 fi hojattooni 7 torbaan kana keessa akka qabaman himan.

Manni fayyaa Sioux land akkaata faana deemani qoratanitti fi namni namaan walqunname yoo virus qabatee akka aada uf baasani taa’an himame jira.

Itti gaafatamaan mana barumsaa akka jedhetti mana barumsaa kam keessati akka namni qabamee hin humnu jedhee jira.

Aanana barumsaa torbaan dhuftu irraa jalqabamee barattooni mana barumsaati akka guutuman guututti itti deebi’ani himame jira. Kana online barattan akkuma itti fufe jira. Kunnis filannoon barattoo harka 30% mana barumsa wayta banamuu kan filatameedha.

Namni Woodbury County keessa qabamuun akkuma itti fufe jira.manni fayyaa Sioux land akka gabaaseti namni haarawa qabame 46 yoo ta’u waliigalatti namni qabame 4,200 dha, waliigalati amni du’emmoo 56 gaheera akka dhukubni jalqabeera.

Akka gabaasa mana fayyaa Iowa tti Woodbury County keessati namni qabame 11.6% dha.

Sioux fi Plymouth Counties darajaa 3 fi 4 irra kan jiran yoo ta’u dhukkubichii 22 fi 21% irra gahee jira. Wanti kamuu 15 % yoo kantaruu barumsa online akka baratan kan godhamuudha. 

Kun Kanaan osoo jiru, deparmantiin mana fayyaa Dakota County akka gabaaseti namni haarawa qabame 6 yoo ta’u, waliigalati namni qababe 2,025 waliigalatti namni du’emmoo 43 dha.

South Dakota akka torbaan lama darbe keessati namni virus qabamuun akka biyyaati sadaffaa irra jirti. Ogeesi fayyaa akka himeti akka dhukkubni kun dabaluu kan taasise bona keessa summer dhaaf walitti qabamuu, Sturgis Motorcycle rally fi barattooni mana barumsaati fi college ttii deebi’uudha.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content