A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Deparmanti mana fayyaa Iowa akka mulisuti namni haarawa Covid-19 qabamee se’ati 24 keesati nama 700

Deparmanti mana fayyaa Iowa akka mulisuti namni haarawa Covid-19 qabamee se’ati 24 keesati nama 700 yoo ta’u kan duemmo nama 9 dha. March as jalqabame Iowa keessati waliigalatti namni qabame 65,000 gaheera. Waliigalati namni duemmoo 1,122 yo tau kunis baayinan kan dhufee long-term facility irraa kan dhufeedha.

Website corona virus kan Iowa akka mullisutti Woodbury County keessati namni haarawa qabame 17 yoo tau waliigalati kan duemmoo 56 irra jira. Ogeessi  fayyaa Dakota Count akka jedheti Dakota County keessati namni haarawa qabame 11 yoo tau waliigalatti namni qabame 1,995 dha akkasumas waliigalati namni due 42.

Coronavirus South Dakota county keessati guyyaa har’aa akkuma guddateti jira, akka state gabaaseti namni haarawa qabame 240 dha.torbaan lamaan darbe keessati, lakkoofisi nama guyyaan qabamuu nama 198 olguddateera, kunis harka lamaan dabale. Lakkoofsa state nama haarawa qabamu kan galmeese sadaffaara jira, akkaata qorannoo Johns Hopkins nama 100,000 keessa nama 357 haarawa qabame.

University South Dakota keessati online dashboard akka mullisuti barattootaa fi hojattooni satafi 235 covid-19 kan qabaman yoo tau namni 600 ammaaf qophaa baafame taau jira.

Morningside college kan Sioux City guyyaa har’a dashboard jalqabaniiru. Akka inni mullisutu barattoon dabalataan 4 kan qabaman yoo tau waliigalati namni qabame achi keessati 24 gaheera isaanis addaa baafamani taau jiru. Dashboards guyyaa kibxata hundaa kan gabaasu ta’a.

Barattooni University Iowa, barsiisoni fi hojattooni corona virus irrati xiyyeefannaan hojachuuf guyyaa harbaa qophii qopheesanniru.durabuutoni akka barumsa online irrati deebifamu dhiibba akka godhan abdii qabu.

Akka guyaa kibxata seaati boodati, qopheesitooni akka jedhaniti namni 500 ol sababa dhukbaatif bilbile, harki sadihii warra hin eebifaminiidha.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content