A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Governori Iowa Kim Reynolds akka gabaasteti oduu guyyaa har’aa irrati, website taalidhaaf beelame it

Oromo News 02/10/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni  Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Governori Iowa Kim Reynolds akka gabaasteti oduu guyyaa har’aa irrati, website taalidhaaf beelame ittin qabatan akka jalqabee jiru himte. State website talaali gurmeesudhaf Microsoft itti dabalee jira. Torbaan lama keessati akka daddafiin deemu qabus himan. Ammas Reynolds akka jetteti rakkoon guddaan talaali kana state akka biyatiti talaali gahaa argachuu dhabuu isiiti jedhan.

Ittigaafatamtooni naanicha magaala kamtu talaali paranti 80% akka namaa kennuu hin dandeene qorachuu jirani. Torbaan dhuftu irraa jalqabee, county kamuu seera san kan guutu hin dandeene county dhan biraa kan laalu tau. Akkasumas, Walgreen jiraattota Iowa kan qorachuu hin fayadamin 10,000 dhaaf torbaan kana keesa beelame qabeefi jira.

Akkasumas Siouxland District akka jedhaniti talaali corona virus kan February 17 kennamuu guyaa har’aa seaati 3:00 pm irraa akka galmeesu jalqaban himan. Taalalidhaf eligible kan ta’an garee 1B kan dursiisan akka tae himame.

Gareewan kunniinis nama umriin isaani wagga 65 fi sanii ol ta’an, warra jalqaba irrati debisu kan firefighters, police officer, hojattoota fayyaa, kan daaima , hojattoota mana barumsaa PK-12 , fi warra ijoole eegu akka ta’an himame.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content