Oromo News 02/08/2021
Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.
Iowa Gov. Kim Reynolds kaampaadhin toola ooltatotaaf qarqaarsa walitti guuruf se’aati booda caarata guddaa uumte jirti.
Barreesitooni email akka ibsanatti bara 2019 keesati caaratan kan mulatte qonnaan bultoota kan filatte dha, kunis kaampani pork hunda keessati. Iowa keessati Reynolds wayta campaigns kan qarqaarte Deb fi Jeff yoo tau isannis $300,000 dhaani.
Iowa House subcommittee akka approved godhanitti wayta dhukkuba kanatti mana barumsa bakkati qaaman kan barsiisanif $ million 30 qopheesani jira.
Aanan kamiinu parsantii 50 barattooni qaaman mana barumsaati akka baratan yoo kan godhanii kaffaltii kana kan argatan ta’a, garuu mana barumsaa baayyini isaa kutaa keessati kan baratan yoo kan jiraatu sun kan caala argatu ta’a. qarqaartonni akka jedhanitti kafaltiin kun sababa covid-19 wacii bahu kan bakka bu’u ta’a. garuu Melissa Peterson Iowa state education Association kan taate akka jeteti murtiin kun mana barumsa kutaa qaama hundaa kan fayyadau fi kan qarqaaru akka tae himte.
Karoorri state mana barumsaadhaf percentii 2.2 kan dabalee ta’a. kunis guyyaa har’aa Iowa house keessati parsantii 2.5 kan dabalee yoo kan laalamu tae xiqqaadha. Bill lachuu percentii wagga tartee kan walfakkaate dabaledha, garuu dollar xiqqoma dabale. Sababa kunis waan galmeen sababa dhukubicha kan xiqqaatefi.
House fi senate bills tokko tokkoon isaatu bakka ka’uu qabu marattu baajani kan hir’ati ta’a.
Deparmantiin mana fayyaa Iowa guyyaa har’a namni covid-19 due 2 akka ta’eefi namni haarawa qabame ammo 261 akka tae gabaasan. Guyyaa har’aa, state akka gabaaseti namni waliigalati due 5,110 akka gahe himan, guyyaa kaleesati namni due 2 qofa akka gabaasa website corornvirus.iowa.gov tti. Waliigalatti namni qabame ammo 324,666 dha akka dhukubni jalqabe as.