A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Aanan mana fayyaa Sioux land akka jedhetti Woodbury County

Oromo News 11/02/20

Aanan mana fayyaa Sioux land akka jedhetti Woodbury County keessati dhukkubni Covid-19 akka maletti baayata akka jiru gabaasan. Akkasumas namni hospitaala galus baayachu jira. Manni fayyaa Sioux City lama dhukkubsattoota Covid-19 nama 84 yaalu jira. Guyyaa jimaata nama 71 ture.

Manni fayya Unity-Point St. Luke’s morkiiwan medical fasiliiti “baaye murteessafi kan dandaffiiti. Virus kana dhaabudhaf namni hunduu waan danda’an hundaa gochuu jiran.”

Poolisin Sioux City guyyaa gidirsanbata as namni sadii qawween dhahame qorachuu jiruu, nama due tokko dabalate.

Solomon J. Blackbird Sioux City keessati naannawa apratmanti parkii Grandview jiruti halkan keessa dhahame. Wayta hospitaala gahe kan du’eedha. Kanaafu, hanga ammaati namni seera jala oole hin jiru.

Namni lamaan biraa kan dhahame ammo halaknuma keessa cook park irraa irraa mazoora xiqqoma fagaate kan argameedha.

Poliisini akka jedhetti namni dhahame sadiinu walitti dhufeenya akka hin qabane gabaasan.

Iowa lakkoofa filattoota jalqabamu laalate qopheesite jirti. Jiraattoni Iowa boru qaaman dhufee kan filuu barbaadu yoo kan jiraatu haguugi fuula akka uffachuu qabamu himan osoo bulchitooni naanno ajajuu hin dandeenu jedhaniyu.

Filattooni Covid-19 kan qabaman yoo tae vote curbside dhaaf himuu akka hin barbaachifne himan. Garuu Country auditor isaanitif bilbilanii akka himuu qaban gabaasan, yookin ammo bakka filannooti nama tokko ogeeyi keessati nama himuuf akka fidatani dhufan himan.

Sababa Covid-19, ayyaana Lighted parade kan Sioux City keessati jijjiiramni mulattee ture.

Daawattoni pride route kan oofu ni dandau santa fi lighted float laaluf.

Qophiinis kan qophaahu guyyaana ayyaan Thanksgiving wiyxata November 23rd dura se’aati 6:30 p.m irrati. Warri deemus parki third street kan Virginia gara Nebraska geesu muka ayyaana waliin kara 4th Nebraska irrati qopheefama.

GalatoomaJ

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content