A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 05.29.21

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Barataan Iowa University kan bara 2018 keessa ajjeefame ture ajjeefamu isaatin kan itti gaafatamumma tae argame  mucaan qonnaan bulaa tokko first-degree tauu himanii jiru.

Cristhian (Christian) Bahena (Buh-he-nuh) Rivera umrii isaa guutu kan mana hidhaa keessati dabarsuu tauu isaa himan.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka jedhaniiti namni haarawa Covid-19 due 3 yoo tau kan haarawa qabame ammo 99 dha.

Torbaan tokko dura, barattooni Iowwa keessa jira barumsa isaani haguugi fuula malee akka hordafuu danda’an himan, erga Goverrnor Iowa warraa haguugi fuula baafachu irrati malatteesan booda.

Dura buaan Siouxland District Health akka himanitti Siouxland Public Media akka dhukubni biyyatiti hin baayannef seera akka jiraatu qabu fi akka deegaran himan.

Guyyaa har’a, Sioux City Community School District gabaasa dhumaa Covid-19 irrati haasawa fi gabaasa godhani jiruu innis namni haarawa qabame Schoola keessati kan hin jirre yoo tau namni adda baafame taau jiru ammo nama 50 dha.

Truck nyaata guyyaa jimaata turban tokko keessati gara downtown Sioux City deebiu himan. Kunis kantau August 11 a.m irraa hanga 1:30 p.m pearl street park kan kennamuudha.

Sababa qillensuu qoruu iraa kan ka’ee torbaan Ayaana kana, qophiin baniinsa Riverside Family Aquatic Center dubaatii dubi’ee. Facilitiin kan banamuu bara kanaaf asanbataa, June 5tti. Poolidhaan magalaa lamaan Leif Erickson fi Lewis amoo Asanbataa june 12 ffa akaa sagantaa isanii itii fufaan himan. Splash Pads shanaan amoo boruu banuu itumaa fufuu hedaan.

Halima joined MJTCH this year as a Service Coordinator. Working specifically with the English Language Learner program, Halima assists teachers in the placement of students based on testing scores, tutors pre-literacy students, maintains student records, and updates the attendance data. Halima is bilingual with Somali as her first language.
Related Content
  • Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Unicameral kan Nebraska yeroo isaa fixee jira, governor hir’inni…