A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Torbaan jalqaba barumsi baname kana keessati mana barumsaa hawaasa Sioux City keessati hojattooni

Torbaan jalqaba barumsi baname kana keessati mana barumsaa hawaasa Sioux City keessati hojattooni mana barumsa kan biro keessa lama corona virus qabamuu gabaasan. Kunis akka gabaasa ogeesa mana barumsaati, mana fayya Sioux land kan walqunaman yoo ta’u namni Kanaan nama qabameen walitti dhufeenya qabu martuu akka adda baahanii taa’an hime. Aanan nama dhukuba Kanaan qabame toorban keessati guyyaa jum’aa akka namaaaf gabaasu hime, akkasumas sababa dhuunfaati manni barumsaa akka hin cufamnes himan.

Iowa keessati namni baayen sababa Covid-19 kan du’an yoo ta’u waliiigalatti namni du’e 1,097 gaheera. Se’aatio 24 keessati namni haarawa qabame 2,663 dha. Kan biraa nama dabalataa kan qabame 6 dabaltee waliigalatti Iowa keessati namni qabame 63,000 dha. Website state kan corona virus Woodbury County keessati namni dabalataa qabame 50 ta’uu mulisa. Duutimmo nama 55 numaan jirti.

State akka jedhetti warra nama qabame gabaasu kan irrati dabalataa turee akka sirreese jiru himee jira. Kunis qoranno antibody kan qabame mes nidabalata.

Qorannoon haala gogiinsa US kan kaluu kana akka himuuti state guutu keessati akka gogiinsi uumame mullisa.

Climatologist state akka jedheti haali kun kan bara 2013 irraa jalqabe yeroo jalqabaati kan uumamedha.

Ogeesi qilleensa akka jedhetti yeroo kaluuti qilleensa qorraa fi jiidhinsa kan mulliisa ta’a.

Qonnaan bultooni Iowa waggaa kana gogiinsa baayedhan dhahamanii jiru, keessati warri west central Iowa keesa akkasumas August 10th rakiina bubbeen uumte dabalatee. Kuni Kanaan osoo jiruu, hektaara miiloyoonan lakkaahu baayinan rakkini akka irrati akka uumame gareen qorattoota qorumsa irrati gochuu jiru.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content