A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Har’a sa’aati booda magaala Sioux City keessati hiriiri nagahaa geggeefamera

Har’a sa’aati booda magaala Sioux City keessati hiriiri nagahaa geggeefamera.

Kan jaljaqabame parki cook irrraa namoota dhibaa 2 lakkahamuu bahee.

Ummannis karaa nagahaati kara waajjira ajajoota poolisa deemaniiru.

Ajajaa police Chief Rex Mueller, itti gaafataman churchii fi NAACP waliin deemu turan.

Mueller akka umatatti himeti “wanna Minneapolis raawatame, suni nuhii miti” jedhe.

Poolisiin Sioux city nama qawee dhokaasee fiige san hordofuu jiran.

Kan uumame ganama sa’atti 8 a.m kara 24th fi karaa Clerk Streets bilookki muraasa Floyd Bouleverd raa.

Nama wahii kankolaata oofuu jiraniti qawee dhukaasuudhan, san booda makiina utubaa dhoyte, poolisooni naannawa jiran namichi tuksii bane san reebuti turani.

Namichi makina oofu qawween hin dhahamne, garuu sababa saan miidhama xiqqoo irra gaheera.

Namichi makina oofaa ture qorannoo isaa pooliisi waliin godhaa hin jiru.

Poolisni eenuma shakama nii beeka fi ammati isa soqu jirani.

Directorini mana fayyaa Sioux land akka jedheti covid-19 magaala Woodbury county keessatti xiqqaacha jira.

Haata’u garuu, state keessatti dalagaadhan hin banamuu hanga torbaan dhufutiti    sababni dhukubni kuni xiqaatta jiratuus mallatoon isaa mul’isuuf yeroo muraasa fudhata.

Hospitaaloni Sioux city lamaan hospitaala isaani keessati dhukubsatooni akka hir’aataa dhufan himan. Haa ta’u garuu ummanni ammas haguugi fuula akka uffataan fi dhukubni akka hin bal’anee eeganno gochuu qaban.

Akkasumas, magaala Woodbury county namni haarawa qabame covid-19 27 yoo ta’u name guutun qabame 2,800 irra darbee jira.

Dakota county nama qabame baaye arganiru, ammaf nama 1,700 ol tahee jira. Magaala Sioux city naannawa metro tti du’e 64 gahee jira.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content