A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Seera geysistooni ji’a March keessa dhukubani covid-19 wayta uumameti hoji dhabaan, hojidhan hafee

Seera geysistooni ji’a March keessa dhukubani covid-19 wayta uumameti hoji dhabaan, hojidhan hafee xumuuruuf umanni seera umaadhan har’a gara kutaa Iowa kaappitaala deebi’aniiru.

Hojiin guddaan hojii ekonomi gufatee kanarraati waan uumame bajata haala hin beekamne hiikuudha.

Warri filannoo adeemsisan kan magaala Woodbury akka himanitti filannoo Kibxata godhame 30% ture. Filannoo guduchaaf recordin kan qophaahu taha.

Senator mootummaa Randy Feenstra Reppabliika jalgaban irra caalee. Yeroo sagaliif injifachuu isaa Steve King qarqaarsa 45% harkaa kudhanii biraa tare jira.

Feenstra amma ammo Diimookraati  J.D. scholten waalitti dhufa, Scholten King bara 2018 hinjifatee olee, filannoo dhumaati districti 4 ffaa dorgame.

Diimookraatiin Iowa kan Des Moines real estate executive akka taatu Theresa Greenfield U.S senater fi filatan, akka Joni Erns November keessa waldorgomtuuf.

Filannoo Woodbury county sharif godhameen police officer Sioux City duraani kan ture Chad Sheehan harka baaye Reppabliika hinjifateera. Yeroo ammaati mormitooni diimookraati hin jiran.

Sheehan akka jedhetti Seera eeydotaa fi ummatta komiinitti marayuu namoota gargaaruf ummata tokko gochuuf fi dhiiba guddaa kanna kan gochuu danda’u anna jedhee jira.

Manni fayyaa Sioux land magaala Woodbury keessatti namni tokko dabalatan sababa covid-19 du’uu, 2 ammo harawnii qabamu gabaasan. Magaala Dallas keessatti kan hundaa’e yaali laboratory argachudhaf turanii jiru.

Kuni sababaan ta’eef Lab Corp du’a Goerge Floyd irraa kan ka’e hirriira godhame irraa hojjattoota irratti dhiibaan akka argaa jiru hima.

Akkasumas manni fayyaa naanicha Test Iowa kan magaala Sioux City keessa jiruu dhabuu isani amma baay’ee akka isaan hin midhiin himan. Bakki amma baayeen qorannoon itti godhamu wal’aansaa naanawa jiru fi bakka qoranno hawaasa tti. Torbaan sadii keessatti Test Iowa kan sioux city keessaatti argamu qorannoo 800 gadi godhee.

Magaala Woodbury county keessatti nama 2,800 coronavirus qabame namni 37 du’e. Dakota county keessatti namni 6 dabalataan qabamuun manni fayyaa himan, waliigalati nama 1,700 gaheera, namni 26 ammo du’eera.

Manni barumsa South Sioux City barattoota bara haarawatif galmeesu jalqabaniiru. Yoo kan fedhii qabaatani bakka Welcome Center dhuftani ganama sa’ati 8 a.m. hangaa 3 p.m. galamayuu nii dandeetu.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content