A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

State Iowa guyyaa tokko namni 1,300 corona virus akka qabame gabaasan. namni 33 akka duemmoo gabaasa

Oromo News 1/22/2021

State Iowa guyyaa tokko namni 1,300 corona virus akka qabame gabaasan. namni 33 akka duemmoo gabaasani jiran, akka waliigalaati erga dhukubni kun jalqabe nama 4,478 duee jira, akka gabaasa coronavirus. Iowa.gov websie gabaasaniti. Waliigalatti Iowa keessati namni qabame ammo 310,596 dha. Sababa corona virus ammo namni hospitaala jiru 450 ha.

Akka waliigalatti namni qabame jiru parsantii 10.1%.

Mana  fayyaa Iowa Woodbury County keessati namni lama haarawa kan due yoo tauseati 24 keessati ammo namni haarawa qabame 18 dha. Akka dhukubni jalqabee irraa namni waliigalatti qabame 13,000ol dha. Sababa Covid-19 namni 19 hospitaala jira. Parsantidhaan nmanni qabame 10.5% dha.  

Positive rate tarbaan darbe keessa gad xiqqaata dhufaa jira.

Hojattooni naanicha occupational ofii egannofi administration fayyaa irrati himannaa banan. Yeroo virus corona kana irratiosoo haguugi fuula hin godhanatin Iowa capital seenun akka nama balaa irra buusu himan.

Gareedhan lamaanirraayu itti gaafatamtooni seera baasan Iowa bottle deposite irrati dargagoota akka yaadu jiran himan. dura buaan Democratic Todd Prichard kan Charles City akka jedhetti “ wanni tokko uumamu qaba”  kan “Bottle Bill” waamamu wajjiin.

Pritchard akka jedheti state tabattoota maraafu akka hojatamuu qabuu dubate. Torbaan kana keesa Iowa press Program, akka jedhetti major health concern muraasa. Grocery akka jedheti akka hir’inna qulqulina yooqabaatan kara store akka hin finne jedhanii jiran

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content