A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 05.25.21

Oromo News 05/25/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Bulchaan Nebraska Pete Ricketts akka oduu yaa’ii guyyaa har’aa irrati June 1st irraa jalqabee sababa dhukkuba irraa seera bahee ture mara isaatu akka dhaabatto malatteese jira.
Governor sababa hojii dhabdoota Iowa ttif bu’aa Covid-19 kana federa kara $300 akka dhaabdu himtee jirti. sagantaa kunis June 19th kan dhaabatudha.

Nebraska fi South Dakota keessati hojiidhandoonni muraasa akka jiran himan akka state biraatif.

South Dakota bu’aa Federal guyyaa 26th irrati akka dhaabdu himte, Iowa ammo June 13th kan dhaabdu ta’a.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasanitti guyyaa har’aa namni haarawa Covid-19 kan due akka hin jirreefi akka biyyatiti namni haarawa qabame 55 akka tae himan, namni tokkoo ammo Woodbury county keessayi. yeroo ammaa Sioux City keessati namni kamuu sababa dhukuba kana yaalamu akka hin jirre himan.

Kuni kanumaan osoo jiru, ogeessi siouxland District health akka jedhetti namni percent 40% oltae Woodbury County keessati hayyamaan akka taalaali corona virus guutuman guututi fudhatani jiran himan. 60% kan tau ammo talaali jalqaba fudhatanii jiran.

Magaalli Sioux City summer kanaaf qophaahani jiru.

Guyyaa har’a, park fi Rec Deparmaniin karoora muraasa gadi dhiisani turan.

Riverside bakka bishaani  guyyaa sadihiif yadaannoof kan banamu ta’a akkasumas yeroo itti aanuf June 5th hanga August 15th kan fufu ta’a.

Lief Erikson fi Lewis Pools June 12th hanga August 8th kan dalagamu ta’a.

Magaalan five splash pads ummataf kan banamuu guyyaa sanbata guyyaa hojattootaf kan banamu ta’a.

Dhukubni jalqabuu irraa kae dhumaratti banamuun mana kitaaba magaala Sioux City dhaaf kan barbaachisuudha.

Perry Creek Branch kan Hamilton Boulevard bira jiru ummataaf kan har’a banamu ta’a. locetion sa’aati 10:30 a.m irraa hanga 5:30 p.m kan fufuu ta’a.

Curbside hojiin pichup akka sutee jiru himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 05/21/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.State Siouxland sadii keessati dhukkubni…