A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 04.14.21

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Gorsa SDC fi FDA gorsa kennan irrati hundaa’e  Ogeessoni fayyaa State Siouxland sadii keessati argaman hundaa talaali corona virus Johnson fi Johnson Vaccine fayyadamuu dhaabani jiru. Tarkaanfin kunis kan dhufe dubartiin jaha dhiigni isaani itituu erga qunnamee namni tokko eega due booda. Namnii tokkos Nebraska keessati argamee jira.

Governor Pete Ricketts akka jedheti ijoole baqqatoota kaahudhaf mootumman federala kan gaafate akka irrati dide himani Jirani. Itti gaafatamtooni republica united State keessati yeroo baaye ijoole maati ykn fira kaluutti irkachuuf wayta deemanatti ijoolen “sponsors” kan argattan kan jedhee Biden baase akka walii hin gallee himan.

Statement kunis kan dhufe erga guyyaa Gov. Kim Reynolds gabaasa walfakkaatu baste boodadha.

Deparmantiin polica Sioux City “show of force” hordofuudhaf seera jijjiirani jiran.

Gabaasni kaluu kana deparmanti nageenya Iowa ti kabahe akka mullisuti  ogeessoni Iowa kan bara 2020 kan fayyadaman baaye dabaliinsa argamsiise jira. Wagga tokko keessati parsantii 83% jijjiirama mullisee jira.

Deparmantiin police Sioux City April 1st irraa jalqabee force incident akka laale toohatu taha. san dura, case dhan kan turee qofa gabaasani turan.2019, 68 shuufeeranno officer irraa siiqudha, 2020 keessa lakkiifsi kara 78 ol guddate jira. 

Barsiifni Siouxland public Media akka gad dhiiseti, akka jijjiiramni kunuu dhufuuf kan qarqaare akka tae himani jiran.haa tau malee, poolisoota national standardidhaaf , community serive dhaff, transparency, fi accountability eegudhaf.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasetti guyyaa har’a…