A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Miseensoni congressional Iowa martinuu nama tokko malee hundi isaanitu eebba President Joe Biden kan

Oromo News 01/20/2021

Miseensoni congressional Iowa martinuu nama tokko malee hundi isaanitu eebba President Joe Biden kan Washington irrati argamanii jiru.

Dubattaan akka jedhetti bakka bu’aan Randy Feenstra kan Hull, haala guyyaa har’aa seeran hordafu ture, garuu Iowa turuudhan qophii mucatti isaa taba Basketball kan Dort University dhaqee hordafu ture. Bow wayta House reconvenes jalqabu gara Washington nideebia.

Ogeesi fayyaa Iowa guyyaa har’aa namni Covid-19 due akka state namni 62 du’uu gabaasan state guututi namni waliigalatti due 4,400 gahee jira. Lakkoofsi kunis Woodbury County keessati nama due lama dabalatte.

Akka biyyati guututi lakkoofsa nama due guddaa kan qabdu yoo tau innis 17th jiru fi guddaan lamaffaa qorannoo bultii 7 keessati godhame Idaho keessati namni qabame parsantii 33% gaheera.

Lakkoofsi nama qabamuu torbaan lama keessati gad xiqqaate jira. Dhugaan Woodbury County dhaaf, qorannoo bultii 14 keessati godhame namni qabame 2% dha. Torbaan darbe kanniin keessa gad xiqqaata dhufu jira. Jia lama dura qorannoon godhame parsantii 23% ol ture.

Nebraska keessati bakka naannawa baadiyaati talaali corona virus fudhachuudhaf yaali godhaa jiru. yoo xiqqaate ogeeyyin fayyaa ummata state hunda irrati talaali nama kennu jiru warra long-term care facilities keessa jiru dabalate.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content