A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Lakkoofsi Covid-19 qabamaniifi kan hospitaala jiran Woodbury County keessati gad xiqqata deemu jira.

Oromo News 01/18/2021

Lakkoofsi Covid-19 qabamaniifi kan hospitaala jiran Woodbury County keessati gad xiqqata deemu jira. Garuu ogeessi fayyaa akka jedhetti ummani ammas corona virus akkumaa qaratti ofiraa eegu qabani.

Manni fayyaa Siouxland guyyaa har’aa namni 10 akka qabame himan fi qorannoo bultii 14 keesati godhame 13.3% parsantiidha. Kunis torbaan darbe irraa parsantii sadihiin gad xiqqaate jira. Hospitaala lama kan Sioux City dhukubsattoota 42 yaalu jiran, kunis guyaa torba keessati parsantii 9% gad xiqqaate jira, akkasumas dhukubsattoota December 1 st qaban as baaye xiqqaatani jiran.

Akka gabaasa irra guddaati, ogeessi fayyaa Woodbury County akka gabaasetti talaalin Covid-19 long term care facilities keessati galu jira. Talaali jalqaba irrati kan argattu garee kana yoo tau innis February 1st kan kenamuudha. Jiraattoni virus kana toohachuf yaali godhaa jiran akka itti fufan jajjabeesa.

Yaadannoo Martin Luther King guyyaa har’aa Jr.Day fudhachuun yaadannoo godhani jiru.

Gareen muraasni music, sirba fi haasawa bakka kan bu’an yoo ta’u waa’e civil rights activist irrati kan hundaa’aniidha akkasumas community fi dhuma racial injustice dhaaf.

Qophiinis dhuma irrati mulachuuf kan galmaaheedha.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content