A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Governor Nebraska Pete Ricketts fi itii gaafatamtooni medikaala fayyaa ummani akka dhukuba Covid-19

Oromo News 11/23/2020

Governor Nebraska Pete Ricketts fi itii gaafatamtooni medikaala fayyaa ummani akka dhukuba Covid-19 ufirraa eeganiif irraa deebian labsanii jiru.
Ricketts ammas irra deebie Nebraska keessati namni ayyaana Thanks Giving dhaaf wal gahu akka xiqqaatu hime. Akkasumas ummani guyyaa harbaa akka mana dhugaatin ala taa’an hime. Yeroosan mana dhugaati keessati waan namni baayen baayachuu dandauuf.
Itti gaafataman medical fayyaa akka jedhetti odefanno argachuun baaye ulfaate fi Nebraskan walitti qabamuu qabani akka wanna kana jalaa bahaniif.
State Iowa dabalataan sababa Covid-19 namni due seaati 24 keessati 13 yoo tau kana keessa inni 4 Woodbury County keessayi.
Itti gaafatamaan fayyaa naanicha akka jedhetti yeroo hin barbaachisnetti walagahiin akka dhaabatu himan.
Guyyaa kaleessa, manni fayya Siouxland gabaasa torbaan lama darbe November 15th irraa gabaasani jiru. Kunis kan mullisi dhukubichi kun baaye kan guddateedha.
Akka biyyati guututi, lakkofsi jiraatota Iowa kan hospital jiran kan xiqqaate yoo tau dhukkubsattooni ICU keesa jiran fi Ventilators fayyadaman kan dabaleedha.
Lakkoofsi dhukubsattoota Sioux City kan hospitaala lama keessa jiran kan dabale yoo tau namni 91 dha, kan dhukuba Covid-19 qabaman nama 67 dha. Kunis jia tarte irraa harka 20% kan guddateedha.
Galatooma 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content