A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Of eegannoo Blizzard kan siouxland hanga seeati 6 tura kan jedhame ture, yeroon inii dhabatuu taee j

Oromo News 01/15/2021

Of eegannoo Blizzard kan siouxland hanga seeati 6 tura kan jedhame ture, yeroon inii dhabatuu taee jira haali qilleensa kunis hang halkan qixxeeti kan itti fufu ta’a.

Local authorities mana akka taa’an gorse yoo gad bahuun dirqama qofa tae male.

National weather service kan Sioux falls akka jedheti yoo bakka tokko kan deemtani mucucaa muraasaf akka dura qophaahu qabdanii fi osoo ala gad hin bahin haala qilleensa akka laalu qabdan jedhani himan.

Hawaasni mana barumsa Sioux City guyyaa har’aa gabaasa nama corona virus qabame wayta gabaasan barsiisota irraa namni tokko qofa kan qabame yoo tau, barattoota irraa ammo namuu akka hin qabamin himan. Ammas Aanan akka jedhetti gabaasa waliigala hime jira fi nama  adda baafame taau kan jiru barattoota 19 yoo ta’an barsiisonni ammo 17 dha. Hojattooni kaluu kanatti kan bahan tae. hojattooni 9 adda baafamani taauti kan jiran yoo tau, barattooni ammo nama 245 dha. Aanan mana  barumsa jalqaba bara 2021 irrati barums online dhaan barachuu kan jalqabeedha fi torbaan dhuftu haala qaraaxxi guyyaa shananuu schoola kan deebian ta’a.

Depamantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasetti namni haarawa due sababa corona virus 6 yoo tau seaati 24 keessati ammo namni haarawa qabame 1,300 dha.

District mana fayyaa Sioux land Woodbury County keessati namni 25 haarawa qabamuu himse. Lakkoofsi nama duemmoo bakkuma qaraairra kanjiruudha, waliigalatti namni due 175 dha. Qorannoo bultii 14 keessati godhamee namni qabame wayta parsanttiidhan kaahamu 14.1% dha kunis parsantii 1% tokkon kan qaraa irra gad buee jira.

Ogeessi fayyaa Woodbury County akka jedhetti talaalin Covid-19 hanga kan qabuudha. Ummanni obsaan akka eegattuufi hojattoota fayyaatif akka kennama jiru hime.

Dakota County namni umriin deeme fi umriin isaa 65 ol tae akka galmee eegumsa irrati barreefame kaahame jiru himan.

Oduun kan isiinif dhufuu kunni karaa warra Seaboard Triumph Foods kan Sioux City Iowa kessarrayii, hallaa gariidhan warra hawaasaa Siouxland baraa 2017 irra qarqaruu. Edeefannoo dabalataa yoo fetaan wa’ee Seaboard Triumph Foods maloo websayitii Sioux City Pork dot com sennaa lalaa.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content