A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Blizzard akeekachiisa kennite jiraattota Siouxland dhaaf guyyaa harbaa sababa snow, jajjabaa, bubbe

Oromo News 12/23/2020

Blizzard akeekachiisa kennite jiraattota Siouxland dhaaf  guyyaa harbaa sababa snow, jajjabaa, bubbee fi qorraa hanga 9pm irrati. National Weather service akka jedhanitti magaalan Sioux City snow inche sadii akka bu’u maluu himan.

Bulchaan Sioux City Mayor Bob Scott seera emergency snow hime jira.

Seerri emergency kunis karaa irrati makiina seera malee dhaabu fi abbaan ufii laalu male kan dhoongudha, eegumsa baradoofi qalama adii fi buleedhan kan kaahameedha.

Makiinan harbaa December 23 irraa jalqabe karaa irra dhaabachu ni danda. Guyyaa kamsaa December 24 irraa jalqabe seati 7.00 a.m irraa kae akka kauu qabu himan.

Yoo malattoon parkin hin jiruu jiraate,makiina achi dhaabu hayyama hin qabanii akkasumas achii kaasu qabu kara bakka biraati.

Jiraattoni Iowa namni 15 dabalataan sababa Covid-19 duanii jiru. Seaati 24 keessati namni haarawa qabame ammo 2,000 ol dha.

Ogeessi South Dakota ummani yeroo ayyaan kanatti akka talaali corona virus fudhatan yaadachiise, akka inni jedhetti yeroo namni walitti qabamu kanatti talaali kana fudhachuun akka dhukubni hin baayanne kan gargaaru ta’a jedhee jira.

December oduu bareedan kaahame jira, namni haarawa qabamu xiqqaata deemu jira akkasumass talaalin virus sichaass dhufee jira.  Deparmantiin fayyaa akka gabaasanatti namni haarawa dhukubichaan qabaman 500 ol kan ta’u yoo tau duuti haarawni hin jiru.

Hatau malee, state jia kana keessa parsanti nama due baaye akka tae gabaasan.

Nebraskan kaluu kanatti seera dhukubichaa xiqqeesu akka maltu himan sababni isaas namni sababavirus hospitaala gala jiru xiqqaatawaan dhufeefi.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content