A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 04.07.2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Itti gaafatamtooni olaanon police naanno Iowa human police naannicha fi Meesha waraana dabaluun kan bara darbe 2020 irraa harka caalatti human dirqamsiisu akka fayyadaman odeefannoon keessodhan argame tokko ni ibsa.

Akkaata gabaasa Iowa Department Kan dame nageenya balaa dingataa kanna irrati kan shakkaman makiinadhaani fi miilan yeroo baaye officer jalaa bara 2020 keessati baaye akka dheessan himan.

Dabalataan , officer akka deebisetti qawwen isaa fi qawween harka bara 2020 keessati yeroo 269 akka tae himan, kunis bara 2019 irraa persenti 83% dabalee akka jiru mullisa.

Department mana fayyaa Iowa akka gabaaseti guyyaa har’aa namni haarawa sababa Covid-19 kan due hin jiruu. Akka state guututtimmoo kan haarawa qabame 500 ol dhak unis dhukubsattoota baaye kan dabaleedha, hospitaala Sioux City lama keessati namni 18 yaalamu jira. Kunis lakkoofsa guyyaa kaleessatin tokkoma.

Jiraattoni Nebraska 120,000 ta’an torbaan darbe keessa talaali corona virus fudhatanii jiru, kunis torbaan sani duraa irraa nama 106,000 kan dabaleedha. State ammati nama umriin isaa 16 fi sanii ol taee hundaafu talaali corona virus akka fudhatu danda’niiif bane jira.

Local art naannicha magaala Sioux City dhaan qarqaarsa argatee jira. Council magaala Art SUX (Sioux) dhaaf guddinaafi assessment xinxaluu dhaaf murteesani jiran. Bakki inni itti argamuus gamoo Karlton’s kan 4th street irrati. Gamoon kunis bakka studio , art gallery fi bakka barumsaatif qophaahu jira.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content