A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oduu dinagdee guddaan Sioux City downtown walgahee jira. Capital Ho-Chunk guyyaa har’aa bakkee busin

  

Oromo News 03/05/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Oduu dinagdee guddaan Sioux City downtown walgahee jira. Capital Ho-Chunk guyyaa har’aa bakkee businesses karaa Historic Fourth Street irrati maatii Aalfa irra bituudhan xumuree jira. Kunis waajjira ijoo ijaarsa kan Aalfs , Buffalo Alice, Antiques  kan historic fourth irra jiruu, M’s 4th irraa fi SoHo  kan ufkeesa qabtuudha.

Ho-Chunk gamoowan tursiisudhaf fi gammoowan garii haromsuu fi manneen busnasaafi maneen jiraanyaaf carraa gaari akka argatanif murteesse jira.

Capital Ho-Chunk gosa Winnebago Tribe kan Nebraska keessa kan taaee economy hundaa olaantummaan qabatee jira.

Ijaarsa haarawa mana hidhaa Woodbury County irrati meeshaa isaaf barbaachisu haga qaalahe irraa haga jigu takka turee jira.

Bulchaan mana hidhaa haarawa kan Woodbury County keessati warren ittigaafatmtoota akka himanitti meeshadhan barbaachisu harka 70% dabalanii akka jiran himan.

Wagga tarte March keessati, haala baduu irra kan jiruu fi haala sodaachisa irra kan jiru maneen hidha akka haaromfamuu $mllion 50 akka kenname ture gabaasan. Manni hidhaa haroyni, East Lewis Boulevard 28th aane akka banamuuf karoorfame himan.

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasaniiti sababa corona virus namni haarawa 13 akka due fi namni haarawa 500 ol ta’an akka haarawa qabaman gabaasan, nama 22 haarawa Woodbury County keessati qabame dabalate.

Akkasumas Sioux City Community School District akka mullisu namni haarawa mana barumsa keessati qabam barataa 2 fi hojattaa 1 akka tae gabaasan. Barattoota 191 fi barsiisota 4 ttu ammaaf adda baafame taa’u jira.

Oduun kaan isiinif qophahee karaa Seaboard Triumph Foods kan Sioux City Iowa keesayii, karaa gamachutiin Siouxland kessati bara 2017 irraa jalqabee hawasaa kana deegaru. Odeefannoo dabalataa yoo fetee wa’ee Seaboard Triumph Foods malloo wesayitti kanaa senaa, Siouxcitypork.com.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content