A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 06.30.21

Oromo News 06/30/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Jiraattan SiouxCity tokko kan safara Morningside ayyaana bara haarawa irrati nama ajjeesse hidhaa waggaa 55 itti murtaahe jira. 

Umrii waggaa 20 kan tae ChristopherMorales 2nd degreemurder dhaan irra murtaahe mucatti waggaa 18 Mia Kristis ajjeesudhan. 

Obboleesi isaati fi namni biraa sababuma ajjeecha kan murtiin irrati murtaahe jira. 

StateIowa har’a akka baasetti murtiin abbaa seera walii gala akka murteesetti program sex eduaction jalati akka birrii kafaluu dhaaban himan. 

Abbaa seera Iowabara2019 keessati program ulfaa baasu kan barsiisu akka maallaqa qarqaarsa hin kennine murteese ture. 

GovernorReynolds akka jetteti mariin kun gara warra gibirii nama kafalutti akka ulfaa baasu maallaqan  hin qarqaarre ibsa kan itti ergan ta’a. 

Karoorri maati akka jedhanitti murtiin mana seera kun ummata irrati setbach fayyaa isaani irrati akka tae himan. 

Deparmantin mana fayyaa South Dakota akka himanitti dhukubni corona virus Deltavariant kan jedhamu akka SouthDakota keessati mullate himan. Variant kuni Iowa fi Nebraska keessati akka mullate jiru himan. 

Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasaniiti namni haarawa guyyaa har’a sababa Covid19due nama tokko yoo tau kan haarawa qabame ammoo 210 dha. Websitestate kan coronavirus akka mullisuti akka dhukubni kun jalqabe namni waliigala Iowa keesati due6,134 akka tae mullisa,WoodburyCounty keessati ammoo 230 dha. 

Ajajaan Siouxland District Health halkan guyyaa boriiti Mardi Gras parade dura buaa akka tau himan. Qophiin kunis parki keessati sanbata kan jalqabuta’a. walitti qabaan akka jedheti dhiirri wayta dhukuba kanaa jabaachudhan waan hojattaa oolanif akka ayyaanefatanif filatamanii jiran jedhan .qophiin kunis kan jalqabi guyyaa boruu magaala SiouxCity downtown tti seati 6 p.m irraa akka tae himan. 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 06/29/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Ganama har’aa DakotaCity keessati baaburri…