A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 06.22.21

Oromo News 06/22/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Wiyxata seaati booda Woodbury County keessati itti gaafatamttoni jalqaba dhagesissaa ummataa ejjanoo kan godhaa turanii. Jarrii kan barbaadan potential ordinance wind energy kan marfameedha. Dandeetinis kibxata lamaan dhufuuf kan karoorfamedha.hojattooni wind industry gara nama 10,000 Iowa keessati kan gahan yoo tau doolara million 58 kan kafalamuudha state fi local taxes illee.

U.S senate agriculture committee gabayaa horiidhan kan wal qabate akka laalan himan. Mormitoonni akka jedhanitti horsiistonni looni gabayaa walitti hin dhufneen waliin yeroo badaa akka qunnamaani jiru himan. Campany wan fooni gurguddaan 4 qalma percent 80% akka qabatanii jiran himan.

Akka gabaasa U.S.D.A midhaani mullisutti Iowa keessati midhaanirra akka dhiiban gahaa jiru hima. Gabaasni akka mullisutti sadarka boqqoolo percenta 56% irra kan jiruu yoo tau innis sadarkaa bareeda mullisa.soybeen ammo percent 57% yoo tau innis sadarkaa bareeda irra jira. Lachuu torbaan darbe irra gad xiqqaachu isaani mullisa.

Namni corona virus qabamu Nebraska keessati gaduma xiqaacha deemu jira. State keessati namni haarawa qabamu sadarka tokoffaa tauun baaye gad xiqqaachu jira. Lakkofsi kunis torbaan sadeetif walitti aane gadi bu’uu jira. C.D.C torbaan darbe keessa namni haarawa qabame nama 168 akka tae himan. Yeroo darbe keessa lakkoofsa baaye gad bu’aa kan argan yoo tau November keessa nama 17,000 qabamee akka ture himan.

Itti gaatamtoonni Monona County reefa kaluu kana laga Missouri kan Onawa, Iowa keessati darbamee argame tokkoo beekuf qorachuu jirani. Namni tokko kan aasa qabu tokko guyyaa Sunday seaati booda akka bakka sanitti argame ture himan.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 06/21/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.State Iowa keessati namni sababa Covid-19…