A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Dubattuun Deparmantii mana fayya Iowa Amy McCoy guyyaa har’aa hojii isii gad dhiiste jirti.

 

Oromo News 11/06/20

Dubattuun Deparmantii mana fayya Iowa Amy McCoy guyyaa har’aa hojii isii gad dhiiste jirti.

McCoy akka dhukkubni Covid-19 jalqabe irraa haasaha kan keesumeesu jalqabe seera baaste kan walqunnamsiistu turte.

Isiinis dubbi hima kan taate July keesa erga direktarri Polly Carver-kimm haasawa dheera godhani gad dhiise booda. Carver-Kimm dalagaa isii dhiisudhaf jara kasaste. Akkasumas Carve-Kim akka jetteti giddiidhan ala baate oduu gaazexaasaf himamuuf hedu gad baate akka akkas gootu dirqamsiisan. Kissiin isiis ittuma fufu jira.

Manni deparmanti mirga eyduu ilma nama akka jedhanitti McCoy dalagaa biraa kan state government walitti hin dhiyaane fudhatte jirti.

Seeran filannoo kan lakkaahu akka jedhetti dogongorraan lakkoofsi akka jijjiirame hima South West Iowa filannoo kan mana maree.

Repuplikaan kan tate Mariannette Miller Meeks dorgommii US house kan democraati Rita Hart dura deemu turte filattoota 282 dhan waliitgalatti kan lakkahami 393,000 turte. Haatau garuu har’a akka himanitti Hart dura deemuf jirtu filannoo Kanaan qabxii 162 dhaan.
Torbaan kana keessa Iowa tti namni corona virus qabame baayen lakkaahame ture. Guyyaa har’a Woodbury County keeesati namni haarawa qabame 121 yoo tau namni haarawa due hin jiru. County keessati namni waliigalatti qabame 8,154 dha, akka dhukkubni jalqabe nama 102 due. County keessati qorannoo bultii 14 godhame keessatti namni qabame parsanttidhan 20.9 gaheera.

Ogeessa fayyaa state akka himetti namni haarawa qabame 3,533 yoo tau kan due 14 dha. Namni sababa Covid-19 hospitaala galee yaalamu jru 912 gaheera.

Hawaasni mana barumsa Sioux City namni 13 qabamuu gabaasan. Barattoota 8 fi hojattoota 5 waliigalatti gamoodhan aana mana barumsa hunda keessati. Torbaan darbe namni qabame 21 ture. Namni lama West Middle barumsa isaniis, jarjaraan gara online deebisani jiru. Woodbury County keessati bulti 14 keessati kan qoratame parsantii 21% gaheera. Wanni kamtuu parsantii 15% ol taru mana barumsaa gara online kan deebisu ta’a. akkasumas namni haafes parsanti 10% ta’uu qaba.

Jiraattonni Iowa fi Nebraska 211 prograama nama fayyadu, qarqaarsa yeroo rakko, qophii bulchitoota, oduu waliigalaafi refiralaara irraa free akka ta’an dubatame.

Yo sababa Covid-19 rakkoo sirra gahuu organixetion Siouxland kafaltii isin qarqqaruf qophiira jiru. Information dabalataaf 211 Iowa.org dawaadha.

Galatomaa 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content