A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations
News and resources regarding COVID-19

Lakkoofsi nama corona virus qabame Iowa keesati guyyaa darbe keessa 1,000 kan guddate yootau 18 ammo

Lakkoofsi nama corona virus qabame Iowa keesati guyyaa darbe keessa 1,000 kan guddate yootau 18 ammoo duaniiru.

State nis nama qabamu dabalaa dhufes namni hospitaala galus akkasumati dabalaa akka dhufe gabaasan. Ammati namni hospitaala jiru nama 390 dha. Nama 63 hospitaala Sioux City keessa kan jiran dabalate. Kunis guyya tokkoti nama 8 dabalatee. Woodbury County keessati namni haarawa due 1 yoo tau waliigalatti namni due 68 dha akkasumas guyyaa har’aa nama haarawa 41 akka qabame gabaasaniiru. Woodbury County guyaa 14 keessati parsantii 15% geeterti.

Dakota County keessati namni haarawa qabame 15 dha.

Nebraska keessati namni covid-19 qabame hospitaala galuu akkauma jirutti guyyati state nama haarawa qabamuu dhibaataman kan lakkaawamu gabaasa.

Haatau malee, Lakkoofsi nama hospitaala galani jia birraa dhufu keesa miidhamu jalqabani.

Nebraskan wagaa tokkon bodaa hergaa waraa Legislature waliin waal mormaa bahaan bodaa qarqaarsa medicala omataa galii xiqaa qabuuf akaa kenamuu murtasanii jiruu.

State waada seene malatteese jira jiraattota kara 10,000 oliif. garuu itti gaafataman state akka jedhutti waggaa lamaa fuldara kanatti ummani qarqaarsa barbaadu olguddataatuma deema gara nama 90,000 gahuuti. Nebraskan state warra governaraafi seera murteesa biyya saniif qarqaarsa fayyaa nama kennamu dhoogu jiruudha. Rakkinni kunnis waruma filateef deema.

Guyyaa kaleessa Monona County keessati erga alaaba qarqaarsa Tramp mulisanii booda dhiifama gaafatan.

Photo social media irrati kan mulatte alaaba Trump muka ifaa irrati Ute’s main street irrati erega baasaniiti.

Magaalattinis alaaban sun akka ka’eefi magaalan kan murtaahe akka hin tain ibisite.

 

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content