A Station for Everyone

Lakkoofsi jiraattota Sioux City kan hospitaala lama keessa kan jiran yeroo dhukkuba Covid-19 kana ke

Your browser doesn’t support HTML5 audio

Oromo News 11/30/2020

Lakkoofsi jiraattota Sioux City kan hospitaala lama keessa kan jiran yeroo dhukkuba Covid-19 kana keessati baaye ul gudachu jira. Mercy-One fi Unity Point Health-St. Luke’s dhukubsattoota 102 yaalu jiran. May kara dhumaa irrati lakkoofsi baaye guddaa kan tae nama 90 ture.
Hospitaalonni biraa kan Iowa keesaa kan jiran bakkii dhukubsattaa kayaan akkuma hir’ataa deemu jiruudha, garuu ogeessi fayyaa muraasa akka jedhenati sababa ayyaana Thanks giving kanan walitti kan qabaman yoo tau dhukabaa kan dabalee akkate himan.
Iowa keessati sababa corona Virus namni du’u akkuma dabale jira, torbaan lamaan darbe kana keessati akka state tti dhumaa November dua 687 wajjiin kan suteedha.
Kunis October irraa parsanti 34% kan dabaleedha.
Iowa guyyaa wiyxata dabalataan namni due 28 akka tae gabaaste, kunis akka state guututi waligalatti nama due 2,400 kan fiduudha, namni 130 Woodbury County keessati.
Sioux land District health seati 24 keessati namni 4 dabalataan akka due gabaasan, nama tokko kan dargageessa tae dabalate.
Namni haarawa qabame 44 yoo tau akka dhukubni kun jalqabame waliigalati nmani qabame 10,000 oldha.
Dakota county keessati namni dhukkuba Kanaan qabame parsanti 22% dha. Deparmantin mana fayyaas ayyaan Thanks giving as namni 81 haarawa kan qabame yoo tau waliigalatti namni qabame 3,200 ol dha, namni due ammo 50 dha.
Gov Pete Ricketts yeroo amma Nebraska keessati sababa Corona virus namni hospitaala fayyadamu 900 gad waan tae ammas seera baase san akka hojiirra akka ta’u hime.
Seerri inni duraa haguugi fuula bakka daldalaati kan akka salons, fi tattoo parlors jiranitti walirraa fageenyi miila 6 waan jiraachu hin dandeenef.
Hospitaala ciisun xiqqaatus, garuu haali yeroo amma hospital keessa jiru akkuma yadessa taetti itti fufu jira.
Ricketts akka biyyati guuttuti seera haguugi fuula godhatan kana akka dhiifamu yaali irratti godhani turani garuu inni hin fudhanne, haguugi fuula kana irrati aari fi mormiin akka isa muudatu dandaus hime.
Galatooma 

  • Facebook
  • Twitter
  • LinkedIn
  • Email
Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.