Oromo News 11/19/2020
Akka oduu conference guyaa har’a, Iowa Governor Kim Reynolds dhukubni Covid-19 akka balbal’ataa dhufe himan.
Iowa keessati namni dhukuba Kanaan qabame kuma 200 ol kan taruu fi namni waliigalatti duemmoo kuma lama akka tare himen.
Ogeessi fayyaa State akka jedheti namni haarawa due 38 akka jiruu fi ganama kana namni haarawa qabame 4,200 akka ta’an hime, Governor akka jedhetti ummani Iowa seera dhukubicha addaan fagaachu fi maski fuula godhachuu akka aadefatan hime. Akkasumas ummani ayyaana irrati nama muraasa lakkoofsa akka taes himte.
Bakki mana keessati walgahan kan akka cidha, duaa, matii walitti qabamu, ayyaana, waliigaltee fi sababa walitti qabama biraatifis nama 15 qofa akka tauu qabu himan. Reynols seeri kun wayta ayyaana Thanksgiving irrati akka oolu qabu himte.
Reynolds akka jetteti jiraattoni waa’e naanawa isaani beeku qabu akkasumas nama walitti qabamus hir’isuu qabu. Akka isiin jetteti naanichi seera baratame akka kaahaniifi kaayyo mitigation tarkaanfi fudhachuu fi akkasumas isiin yoo kan barbaachisu tae dail akkasumas yoo state jijjiirama haarawa aerguu jalqabus dail akka gootu himte.
Akkasumas guyyaa har’aa governor Iowa beekamaa kan Governor Tom Vilsack fi Former university Iowa Wrestling coach Dan Gable akka ummaii hundi haguugi fuula godhataniifi addaan fageenya ufii eegatan himan simana isaa waytaa demaan.
Guyaa har’a, Sioux land District health akka jedheti se’aati 24 keessati namni haarawa qabame 133 akka dabale himan. Woodbury County keessati dhukkubni akkan balbal’ataa deemu jira.
Galatooma