Oromo News 10/26/20
Lakkoofsi nama hospitaala gala jiru sababa Covid-19 State Siouxland sadiin keessattu baaye guddataa dhufee jira.
Lakkoofsi jiraattota Iowa kana sababa Covid-19 hospitaala galan guyyaa wiyxata kara nama 561 olguddatee jira, facilitis lama kan Sioux City’s dabalatee.
Iowa keessati guyyaa wiyxata namni haarawa qabame 677 dha. Nama 60 Woodbury County dabalatee. Mana fayyaa Sioux land akka jedhetti Woodbury County keessati namni tokko akka dabalataan due hime waliigalatti namni due 97 dha, namni due kunis nama umrii 18-40 dha.
Ogeessi Nebraska akka jedhetti dhiheessa kunuunsa fayyaa fi nama guddaafi jiraattota nama rakkoo qabanii vaccination corona virus kan ji’aa kana hiriirra jalqaba irra akka taa’an himan. Gabaasnis kan dhufee erga guyyaa sanbata Nebraska keessati namni Covid-19 harawnii 436 argame booda.
Kuni Kanaan osoo jiru, website corona virus kan South Dakota akka mullisutti “Substantial community spread” County hunda kan Sioux land keessatti , Union County dabalatee nama 725 kan qabameefi namni due 11 dabalate.
Jiraattoni Iowa 900,000 ol ta’an filannoo November tiif ballot fillaloo xalayatiif filatanii jiru. Nama 750,000 olii ta’an ammo akkaata seera Iowa secretary state taatif jetetii filanoon jaraa ergamee jira. Filannoo dursamee filatamuu waggaa afur dura nama 400,000 ture.
Iowa fi Nebraska keessati snow bu’ee records akka torbaani akka cabse himan. Sioux City keessati inches sadi ture. Record jalqabaa inche .7 kan bara 1918 bu’e ture. Communities biraa keessati kan baaye bue kan akka Norfolk, Nebraska inche 4 fi Ocheyendan inchi 6 oldha.
GalatoomaJ