Har’a sa’aati booda magaala Sioux City keessati hiriiri nagahaa geggeefamera.
Kan jaljaqabame parki cook irrraa namoota dhibaa 2 lakkahamuu bahee.
Ummannis karaa nagahaati kara waajjira ajajoota poolisa deemaniiru.
Ajajaa police Chief Rex Mueller, itti gaafataman churchii fi NAACP waliin deemu turan.
Mueller akka umatatti himeti “wanna Minneapolis raawatame, suni nuhii miti” jedhe.
Poolisiin Sioux city nama qawee dhokaasee fiige san hordofuu jiran.