Governor Iowa dhukkubni corona virus akka olgudataa deemu jiru arguun ummani baadiya jiran akka eegumsa guddaa ufii godhan yaamicha godhan.
Se’aati 24 keessati namni 30 kan due yoo tau kan haarawa qabame ammo 4,500 dha.
Akka oduu conference torbaan kana yeroo lamaffaaf, Kim Reynolds akka jetteti test kit 360,000 Utah company irraa Test Iowa dhaaf bituu akka karoora qabdu himan.
Kun Kanaan osoo jiru, bordiin fayyaa Iowa akka state guututi akka maskii irrati haga barumsi kennamu filate.
Gov. Reynolds akka jeteeti haguugin fuula kan dirqamsiisudha miti jette.